Bokkuu fi sirna gadaa Ituu .
Bokkuu jechuun ulee muka ejersaa irraa tolfamte hoggaa taatu namni ulee San harkaa qabu Abbaa bokkuu jedhama.
Angoon isaa guddoon gogeesa toohachuu, jaaruu fi waajiraa gogeessaa bulchuudha.
uleen bokkuu tan gogeesa shananiituu mallattoo mataa isaanii ulee San irraa qaban jechuudha.
Yeroo gogeessi tokko gadaa fudhatu Ulfina Aangoo sanii Agarsiisuuf warri bokku Gogeesa isaaniitiif ulee laata.
Gogeesa gadaa ituu keessa fakkeenyaaf gogeessi Hortaa yeroo gadaa fudhatu Abbaa Bokkuu hortaa kan bara 40 dura Angoo gubbaa ture irraa ulee Bokkuu fudhata.
Uleen Bokkuu tun jaarraa hedduuf kabajaa fi ulfinaan Wal dhala warra bokkuu gogeesa Hortaa harka turte jechuudha. Dhaloota irra gara dhalootaatti warra bokkuutiin darbaa deemtti.
Aangoo malattoo uleetiin Waliif dabrsuun Bara kumaataaf seenaa dhala namaa keessa waan tureedha.
fakkeenyaaf hamma Ammaa
Maatiin warra mootoota ingiliizii yeroo Aangoo Waliif dabarsu ulee meettaa tan ' king scepter " jedhamtu Waliif kenna.