#HIV akkamiin addunyaa irraa balleessuun danda'ama?
Namoonni vaayirasiin HIV dhiiga isaanii keessa jiru hunduu, qoricha farra vaayirasii haala sirrii ta'een kan fudhatan taanaan, baay'ina vaayirasii HIV dhiiga keessa juruu sadarkaa namarraa gara namaatti daddarbuu hin dandeenyeetti gadi hir'isuun ni danda'ama. Kunimmoo namoonni haaraan Dhukkubichaan akka hin qabamneef gargaara. Haala kanaan HIVin addunyaarraa balleessuun ni danda'ama.
fayyaa ta'aa!
Dr Fiqaaduu facebook irratti follow godhaa!
👇👇👇
https://www.facebook.com/profile.php?id=100067097335503&mibextid=ZbWKwL