Itiyoopiyaan baay'ina harrootaa qabduun biyyoota addunyaa kana irra jiran dursaa jirti!!✍Akka Gabaasa bara 2025'n baheetti, addunyaa kana irra harroota gara miiliyoona 50 tu jira. Kanneen keessaas biyya keenya itiyoopiyaa keessa harree gara miliyoona 10 ta'an akka jiran ibsameera.
1. Itiyoopiyaa..........miliyoona 10.6
2. Suudan ...............miliyoona 7.6
3. Pakistan..............milyoona 5.8
4. Chaad............miliyoona 4.6
10 million donkeys....🫢
Share @BUBBEENEWS
Share @BUBBEENEWS