Waantotni carraa dhukkuba onneen qabamuu keenya dabalan maal fa'i?
- Umurii : akkuma umuriin namaa dabalaa deemuun carraan dhukkuba onneen qabamuus dabalaa deema.
- Saala: Akka qorannoon agarsiisutti dhukkubni onnee irra jireessaan dhiirota keessatti heddummaata.
- Maatii ykn fira keessa namni dhukkuba onnee qabu yoo jiraate.
- Sigaaraa xuuxuu fi alkoolii baay'inaan dhuguu
- Nyaata hin madaalamne- keessattuu soorata faatii, ashaboo/soogiddaa fi sukkaarri itti baay'atu soorachuu
- Dhiibbaa dhiigaa ol ka'aa
- Kolestirooliin dhiiga keessatti baay'achuu - keessattuu kolestirooliin LDL (low density lipoprotein) jedhamu fayyaa onnee keenyaa irratti dhiibbaa guddaa qaba.
- Dhukkuba sukkaaraa
- furdina garmalee fi sochii qaamaa gahaa gochuu dhabuu
- Dhiphina garmalee fa'i.
Fayyaa hin dhabinaa!
@DrBaacaaOfficial