Humna Jaalalaa


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


1.Poem
2.Fiction
3.Comedy
4.News
5.Sport
For additional
Information
Contact
+251946261619
@Abdimegersa

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


?Dilsho?? tube dan repost
Namonnii Eerga Bagaa Geessaani Suuraa fi Barreffaman Dabarsuu Barbaddan @DilshoComment_bot
Irratti Bilisaan Eerguu Dandeessuu
@Dilsho_tube
@Dilsho_tube




Maalif yaada kuustaa
Boquu kee gad-qabdee
Fayyaa qabaachuu keef
Maaf galata dhabdee
Kaan lubbuusaa dhabee
Ta'e irbaata rirmaa
Ati garuu yaadaan
Baatta dhiphuuf jirma

Nagaa qabaachuunuuu
Hundumarra caala
Hiyyeessa ta'uunkee
Sin-godhu wallaalaa
Qixxee sooressaatii
Ilaaltee of-dhabdee
Uumaakee hin abaarin
Bakkee keessa labdee

Wanta har'a hin qabne
Bor argachuuf jirta
Har'a giiphiin duwwaa
Bor addunyaaf hirta
Ofin tuffatini
Dhabdee michuuf obsa
Karooraan jiraadhu
Innuu qabaa gorsa

Waaqakee isa amantu
Hin komatin teessee
Sitoo of dhiphisaa
Inni maal balleessee
Kan biraan yoo hafe
Qabda nagaa guutuu
Maalif dhiphattaree
Hanga gaafa duutuu
Si Uumee sin ganne
Siif-laateera fayyaa
Uumaa keetti hin qoosin
Galata siif-wayyaa

@humnajaalalaa
@Abdimegersa








Media Ko dan repost
Afaan, Artii, Aadaa Oromoo kan guddisuuf dhabbatee channelii You Tube keenya kana Subscribe nu gochuun nu gargaara.
MIJUU TUBE

https://m.youtube.com/channel/UCe7jpSA12pnXnrS20M6MYQw


Tapha Preimer Legue England Barana Enyutu Injifata Jettu?




#Amala Namootaa Qubee Jalqabaa Maqaa Isaaniin Beekuun Akka Danda'amu Beektuu? Qubee Barbaaddan Filachuun Amala Mataa Keessaniif Kan Hiriyoota Keessanii Baraa








?Dilsho?? tube dan repost
🕎Dilsho🤦📲 tube:
👋👋 As Wr Wb Hordoftoota Amantaa Muslimaa Hundaf Nagenyii ko isiin Ha Dhaqqabuu Jechaa itti ansuun
🗣👏Eid Mubarek
Bagaa Jalaa buulti Ayyanaa Arafatiin Geessan!
Marree Channel Keessan Eid kanaa Sababeffachuun
Namoota Eerga Fi Suura Guyyaa Eid Guyyaa Boruu Miseensotaa @Dilsho_tube biraan Gahuu barbaddaniif. Channel Keessan Bilisaan akkaa Post Godhattan Kabajaan isiin Affera.!
Marree Guyyaa boruu @DilshoComment_bot
Irrattii Suuraa Ykn Eerga Bagaa Geessani Nuf Eerguu Dandeessuu.
🗣Hubachisaa
Nannoo Fi Bakkaa Jirenya
Maqaa Eergaa Namaa Dabarsitaniifi
kannen armaan olii Gutuu Hin Dagatinaa

@Dilsho_tube

🗣EID MUBAREK


#Amala Namootaa Qubee Jalqabaa Maqaa Isaaniin Beekuun Akka Danda'amu Beektuu? Qubee Barbaaddan Filachuun Amala Mataa Keessaniif Kan Hiriyoota Keessanii Baraa


Warren Youtube Irrati Youtuber Taatani Maalqa Hojachu Barbaadan Hundaaf

1:- Akkamit Gmail Create Gochu Dandenyaa
2:- channel Youtube Akkamiti Create Gona
3:- Account Adsens (Karaa maalqa Ittin Fudhanu) Akkamiti Create Gona
4:- Serooni Youtube Maal Fa'ati
5:- Kanaan Dura Youtube Jalqabdani Subscribe Fi Watch time Issif Gutuu didee falii Jiru Maalidha

Kanen fi Dhimmoota Youtube Irraati Walqabatan Kan Dhagahuu Qabdanidha

Gaafa dawwatan Subscribe Gochu Hin Dagatinaa
https://youtu.be/a-WwkFlVVJE
ware youtube irrati maalqa hojechuf barbaadan hundaaf oddeffannoo dhagahuu qabdan
waren youtuber taatani fi youtube irraati hojuechuf barbaadan oddeeffaannoo dhagahuu qabdan subscribe our official youtube channel jirra tube









20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

842

obunachilar
Kanal statistikasi