Dhiiroo Garbii dan repost
Bahaaf dhiha jennee yookaan kaabaaf kibbaa
Alagaan butamuu roorroof hidhaa jibbaa
Barattoonni Oromoos murannaan ka'anii
Utuu qabsaawanii kan wareegamanii
Seenaan hayaadatu dhiiraaf shamarranii
Wayyaannee weenatuun kan dalgaa fafaa
Maqaleetti ajjeesan Simee ilma Tarrafaa
Qubee waan barsiiseef sabaa uumanii
Shifrraa Fayyisaa kan gad waamanii
Loliisaan ajjeesan rasaasaan tumanii
-
Qotataan Oromoo mirgasaa ukaamamuu
Guddina dhorkamuu itti roorrifamuu
Hidhaa itti taanaan warra nyaaphaan mormuu
Barattoota keenya warra ukkaamfame
Baay'isaa Baabsaatiif Mulugeetaaf Abdataa
Asaffaa Ittafaa fi Balaay Baay'isaa
Wayyaaneef jaleensii waloon itti duultee
Sabootota ajeeftee qabsoo ukkaamsuu yaaltee
-
Qaroof sabboontonni sanaaf hin sarminee
Roorrootti dhaabbachuu tasa tole jannee
Mirga Abbaa biyyummaa Oromoon sarbamuu
Finffinee baafamuu...
Jaleen tole jattee keessaa arihamuu....
Warri isaan belbelchee guddoo isaan aarsee
Guutummaa Oromiyaatti ka'ee wal dammaqsee
Kunoo har'as J/Marroo'n Jajjabee hidhachiisee
Qabsoo Abbaa Biyyummaa bakkayyuu finiise.!✊
-
Abdiisaa Tummee 'tiin!👏
-
Itti fufa..!🥰