Jabeessaa WBO dan repost
Ada'aa Bargaa❗
Lixaa shaggaar aana ada'aa bargaa Kaabinoonni Sodaa Leencichaan wal nyaachutti jirti💪
Kaabinooni hedduun Sababa adda addaa funaanuun Aanicha irraa baqatanii jiru,yeroo ammaatti Bulchaa Aanichaa Obbo Kumalaa Hirphaa Dabalatee hedduun isaanii torbee tokkoof aanicha irra hin jiran.
Sababni ittiin Sokkan:
1,Walgayii
2,Na dhukkubaa
3 Jijjiirraa barbaannaa fi kkfn jechuun baqachaa jiru!.
kan Aanicha Bulchaa jiru yeroo ammaatti
Milishaa (Qonna Dheecho ) Duwwaadha.Kaabinoonni Aanichatti hafte Warra aanicha irraa hojii hafanitti bilbiluun Arrabaan dhukkee wali irraa kaasaa jirti.
kalee Galgala Sababbii Leencichi aanicha seenuun magaalaa incinnii keessaa #basaastuu funaanef jecha guyyaa hardhaa wal shakkii guddaan uumamuun milishoonni hojjattoota dabalatee namoota hedduu uleen tumaa oolte!.
Yeroo ammaatti Aangoon Waarsholii Gurguddoodhaa hanga Aanichaatti kan hoogganamuun Milishaa fi Damee Milishaa qofaani.
Raasi Raasi..... Waliin ishee Raasi..
#OROMIYAAN_BIYYAA💪