😝Nama sin yaane yaadu
Jachun oso siindhukkubiin
Aadu jachudha😅
Yeroon qamauu natti barateet
Makiinas Gaabinan fedha😅
😄lukkuun yeroo guddate haraamu baasti.
Dhalaan yeroo turte haraamiti seenti dafii kani abbaa dubraa😆
😂#Dhiirti goowwaan Sangaa
Gurgurteet lukkuu mana
Yaala geessiti😂
😜afaan oromoo khun
Firii meeqa qoy khami khan arraa federaala tahe ja'aan 😂kaniin amaa barreessen khana yoo taate federaala hin taanefin ja'ee😂😂😂
Diina oromoo rabbiin
Tittiisa hoojjaa oowaa bu'ee haa godhu😆
😊Namnii firaa alaa qabu
Moneygram dhaqa.
Kha firaa alaa hin qabne
Telegram dhaqa.😃channalii Kenya share godha
Warqiin wantii namara qaaloyteef.
Namnii oof rakisheese waan warqii dhaadheeysuf😃
😀jaartii fi onlina
Galgalaa seenan😂
Anii imo male ilmoo hin qabu😂
Kan firaaf Eelee hin dhaabne alagaaf eege dhabdi😂😂😂
Namni biddeenaf qabssaahu 😁waxxii keessati du"aa😀
Makiina fireena hin qabne
Fi
Namni hubanoo hin qabne
Waa balleesseti dhaabata😀
ilmoo kilo jaha akka siif
Dhaltu yoo feete dhala biyyaa arabaa fuudhi😁😂
Namni hin baratin
Maqa nama #balleessu male
Maqa isaa Barreessu hin beku😀😅😅
YEROO amma namnii qarshii dhibba kiisha baase
Fi
Namnii #Qurrxumii bishaan keessa base tokkuma
Lachutu dafteet du'uuti😂😂
Hanga feete nama badaa taatus, yoo addunyaa tanarratti bu'aa takkallee busuu dadhabdellee hin cinqamin namni faayidaa hin dhabuutii atis akka fakkeenya nama badaatti numa tajajili 😢😢
HORDOFTOOTA channalii kiyaa kana hunda rabbiin haa milkeessu 😍
Galatoma ganama gaarii isinf haa tahuu haga wali debinuti nagahan naf turaa turtin keysan channalii kenyaa wajin galatooma like share godhaa
https://t.me/onnen1Rj