Dubii fi gaallana abbatu fira hidha ππ
Gowaaf yeroo hogaa kanitu gowaa si saha ππ
Namni jarjara qabu ganama lukku dura hiriiba kaβa ππ
nama dubiin hin galef dubuuma sanihuu iraa dhiisu wayaf ππ
Seerafi heeri qaldii keysa osoon tahiin mana murtiti haftee ππ
Namni tokko tokko osoo naman gowomsa jaβuuti gowoma malif yoo jatee wan yeroo cuufa amala gowaa wan hordofuf ππ
Gowaan boonu haqila fakkaata ππ
Culluleen lukku keysa dhalate firaa si dhisi ofuma situ lukku seti ππ
Yeroo hunda nama si jallaa calisura deebiin egin calisuun matan isiitu debisaa gutuudha ππ
Yeroo takka takka nama akka itiin deman hin beyneetu karaa demsaa barbada ajab ππ
Namni hikka makmaksa hin beyne dubiin beku ππ
Nama gaarii yadu gaariitu isaan wal baraa nama shira yadu shiraatu isaan wal bara ajab ππ
Corona jechuun Duranu jira jaβaani jijiraamun isaa COVID-19 nama na qofaa bekka jaβuutu harka isaa hin dhiqatini ππ
channela kenyara akka wa baratanii irra bashanantan ni abdana saganta qalbi isin hawatu hojachuf qophii xumuree jira yoo wanti nuf hafe jirate hamilee teysani like share godhudha hiriya kesanis affera ha buhaarani bashanananii galatooma guyyaa gaarii β€οΈ
https://t.me/onnen1Rj