Covid 19 irratti namoota dogoggora dabarsan gosa torba
Yaadonni walxaxoon, odeeffannoon dogoggoraa fi hamiiwwan waa’ee koronaavaayirasii miidiyaa hawaasummaa dhuunfataniiru. Garuu hamiiwwan kunneen eenyuutu eegala? Eenyut ammoo facaasa? Kanneen armaan gadii gosa namootaa torba kanneen odeeffannoo dogoggoraa fi hamii waa’ee koronaavaayirasii miidiyaa haw...