Yoo_Waaqayyo_Jedhe!
Gugeen wucoolii ishee waliin baaxii manaa irra jiraatti. Mijateeraaf. Galgala tokko abbaan manaa “Ijoolle bor ganama ka’een baaxii mana kanaa diigee haaressa!” otuu jedhuu dhageesse. Isheef oduu yaaddessaa ture. “Yaa Waaqayyo ilaalikaa! Namichi ganama ka’een baaxii diiga jedhaa! Anii fi wucooliin koo eessa lixna?” jettee Waaqa kadhatte. “Namichi, ‘Yoo Waaqayyo jedhe!’ jedheeraa?” jedhee gaafate Waaqni! “Lakki hin jenne!” jettee deebisteef. “Yoos homaa hin sodaatiin!” jedhe. Ganama obboroo hiriyyaan isaa dhufee du’a firaa itti himee boo’icha waliin deeman. Manni hin diigamiin hafe.
Ji’a tokko booda ammas namichi waanuma... itti fuftanii dubbisuuf link kana cuqaasaa
https://win.awashjobs.com/2022/12/02/yoo-waaqayyo-jedhe/https://win.awashjobs.com/2022/12/02/yoo-waaqayyo-jedhe/