SOLA BEDASA post's


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


📢Mootuummaa Waaqayyoo Labsuuf
📢Waangeela Fayyinaa labsuuf
📢Beekumsa XINSAMMUU
🚫Siyaasaa Irraa Bilisa
Yaadaa kan naaf qabdan
Creator👉 @Solabedasa
kanaan na hordofaa

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Kutaa_90

#Ya_qurxummi_kottumee_jilbeeffannee_waaqayyon_kadhanna!

Adaraa! Adaraa! adaraa! Haala biyya keenya keessatti ta’aa jiru ilaalchisee namni dubbisuu danda’u kam illee “maxxansa kana dubbisuu qaba” jedheen waanan yaadef kitaaba irraa dubbiseen isin fayyadaa jedhee maxxanse.

Yeroo tokko raachaa fi qurxummiin osoo bishaan keessa jiranii bakkee irraa ibbiddi cimaan naannoo isaanii qabatee Fixee jedhama.Ibbiddi sun humnaan naannoo sana waana gubeef raachi isheen bishaan keessaa yaaddofte akkas jette. “ya qurxummii kottumee jilbeefannee waaqayyon kadhanna. balaan ibbiddaa kun dhiibbaa guddaa fidaa waaan jirruuf lubbuu keeyaaf baay’ee sodaachisaadha.kanaaf maal ta’a yoo waaqayyoon kadhanne?” jette.
Qurxummiin dubbii raachi jette kanatti kofaltee akkas jette,”yaa raachaa sammuun kee akkam yaada? Maal nutoo bishaan keessa jirraa akkamiin balaan ibbiddaa kun nu miidhuu danda’aa?yoo dhufes bishaan moo ibbiddatu mo’uu danda’aa?kanaaf sodaa dhiisi #fataa,#zanaa jedhii taa’i.waan tokko dhiphachuu hinbarbaachisuu waan taheef”ittiin jette.
Raachi ammas deebistee akkas ittiin jette-qurxuummiin,”ani waan tokko sodaadha.innis ibiddi kun baay’ee humna waan qabuuf,uumanni ibbidda kana qabaneessuuf jecha bishaan kana budduqsuun isaa hin hafu.yeroo bishaan kun garmalee waraabamuu immoo bakka deemnu dhabna.kanaaf yeroo kanatti du’uun keenya salphaa tahee argama jechuudha.kanaafan sodaadhe “jettee.dubbii raacha kana kan tuffatte qurxummin ammayyu yaada kanatti waliif galu hin dandenye.
Utuu isaan akkanan wal mormanii,Boodarra namtichi tokko dhufee utuu bishaan budduqsuu,qodaa ittin bishaan waraabaa jiraaniin naachaa fi qurxummii walitti qabee ibbiddaa keessatti darbatee jedhama.
Seenaan kun iccitii cimaa of keessaa qaba.Baayeen keenya gaafa ofii keenyaaf rakkannu malee,gaafa hiriyyaan keenya,ollaan keenya,maatiin keenya,biyyi keenya Fi waldaan keenya raakkatu “maltu na galche anoo bakka argadheera” jenna.kanaaf rakkoon kan nama biraa rakkoo keenya nutti hin fakkatu.ofiif keenyaaf bakka gaha argannee jennan, waa’een nama biraa immoon nu harkaa badaa jechuudha.kun immoo amala dhaloota fayyee miti.kanaaf yeroon deemtan,yeroo teessanis kaatanis,yeroo dhaabattanis raftanis yaada keessan keessatti waaqayyon kadhachaa adeemaa adaraa jedheen waadaa isinitti kenna.keessatti illee waa’ee biyya keenya kana cimsaa waaqayyoon kadhadhaa adaraa! Bara itti dhaloota baay’ee of biraa dhabaa jirruudha.namni manaa ba’aa malee manatti deebi’ee galaa hinjiru.yeroo hunduma hiriyyota koo faana gaafan deemu yaadan liqinfamee harkaa bada.garuu waanan argeef yaade sanaaf waaqayyoon galateefadheen kadhachaa karaa kanarra deema.kun amala akka maratu qalbii buuse ana godhuudha.amala kana waaqayyo akka naaf guddisuus kadhanna kooti! isinis akkanuma taha maatiikoo!
Baayeen isin jaalladhaa #Eebbifamaa

Adaraa forward waliif godhaa lubbuu du'a irraa oolchitanii waaqayyo isinitti gammadaati!

SHARE AND JOIN
      ✍ https://t.me/solabedasaa
      ✍ https://t.me/solabedasaa

      YAADA FI GAAFFIIF
👇👇
      @solabedasa

Fuula Facebook
👇
https://www.facebook.com/profile.php?id=100081134633981


tiktok.com/@saminatvip
samina on TikTok
@saminatvip 217 Followers, 412 Following, 204 Likes - Watch awesome short videos created by samina




Luba Ballinaa Saarkaa Mirga Abbaa keessanii Boqodhaa😥

Waggoota 60 oliif Waaqayyoon tajaajilaan kan turan Lubni Bal'inaa Sarkaa dhukkubsatanii Hospitaala Kooriyaa keessatti yaalamaa erga turanii booda lubbuun darbuu isaanii himamaa jira. Maatii isaaniif jajjabina hawwina 🙏

" Wal'aansoo isa gaarii sanas dhaabadhee qabeera; dorgomee koos raawwadheera, amantiis eegeera."
(2 Ximo 4: 7)




JIREENYA BORUUF dan repost
Nagaan Boqoodhaa Goota Wangeelaa Fi Abbaa Dhaloota Luba Bal'inaa Saarkaa😭😭😭😭 (2 Ximotewos 4 )
------------
7 Wal'aansoo isa gaarii sanas dhaabadhee qabeera; dorgomee koos raawwadheera, amantiis eegeera.
8 Kanaa achis gonfoon qajeelummaa anaaf kaa'amee jira; gooftichi abbaan firdii inni qajeelaan guyyaa sanatti gonficha anaaf in kenna; ana duwwaaf utuu hin ta'in, warra deebi'ee mul'inatti dhufuu isaa jaallatan hundumaafis in kenna. 2ኛ ጢሞቴዎስ 4
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁷ መልካሙን ገድል ተጋድዬአለሁ፥ ሩጫውን ጨርሼአለሁ፥ ሃይማኖትን ጠብቄአለሁ፤
⁸ ወደ ፊት የጽድቅ አክሊል ተዘጋጅቶልኛል፥ ይህንም ጻድቅ ፈራጅ የሆነው ጌታ ያን ቀን ለእኔ ያስረክባል፥ ደግሞም መገለጡን ለሚወዱት ሁሉ እንጂ ለእኔ ብቻ አይደለም

Kristaannummaan guddina Miidiyaa guddaatu nuuf mala Obboloota keessaniif share godhaa biyya hundaan gahaa itti eebbifamaa

        SHARE AND JOIN
      ✍ t.me/jireenyaboruuf
      ✍ t.me/jireenyaboruuf
      YAADA FI GAAFFIIF
      @Dawitpost


SHARE AND JOIN
      ✍ https://t.me/solabedasaa
      ✍ https://t.me/solabedasaa

      YAADA FI GAAFFIIF
👇👇
      @solabedasa

Fuula Facebook
👇
https://www.facebook.com/profile.php?id=100081134633981


FAANA MILKAA'INA dan repost
➥ "Daa'ima waggaa saddeetii ta'een of ajjeesuun anarra jira jedheen yaade. Sababiin isaa abdii hin qabun ture. Kanaaf harka kennuun yaale, abdii kutachuu. Yennaa umuriin koo waggaa kudhanii, bishaan mana keessa jiruun of ukkaamsee of ajjeesuuf yaaliin godhe. Abbaa kootti, "bashannanuu barbaadeenii"n jedheenii. Garuu dhugaa dhaan jiraachuu dhaabuun barbaade. Na gaheera ture. Namoonni waan gadi na qabaniif baay'ee natti ulfaate. Ani nama guutuu fi gahaa akkan hin taane amanuun eegale. Nama dadhabaa fi nama kufe akkan ta'e amanuun eegale. Nama namoonni jaalatan yookiin sifeeffatan tasa ta'uu akkan hin dandeenyen amanuu eegale. Haalan keessa ture jijjiiruu hin dandeenye, guyyaa tokko ganama ka'ee, 'harkaaf lukan barbaada, harkaaf luka naa kenni!' jechuu hin dandeenye. Gaaffiiwwan qaba ture, garuu deebii hin qabu ture. Abbaa koof haadha koo "maalif kun ta'e?" Jedheen gaafadhe. Ogeeyyii fayyaadhaan "maalif kun ta'e?" Jedheen gaafadhe. Hin beekani.

@Faana_milkaina

➢ Jireenya keessatti wantoonni to'annoo kee ala ta'anii ati jijjiiruu hin dandeenye, kan waliin jiraachuuf dirqamtu jiru. Filannoon nu qabnu lama:
➀. Harka laachuu (abdii kutachuu) yookiin
➁. Deemsa keenya itti fufuu.


➢ Kanaaf yennaa kuftu maal goota? Deebitee kaata. Kana namni hundi beeka. Sababiin isaas yoon deemuu eegale bakka fedhe nan gaha. Garuu sittan hima, jireenya keessatti yeroon tokko tokko jira, yeroon ati kuftee deebitee ka'uuf garuu jabina itti dhabdu. Ani gajjallaa kanan jira, lafatti galagalee. Harkaaf luka hin qabu. Deebisee ka'uu dhaaf waan hin danda'amne ta'uu qaba, garuu miti. Argitee, deebisee ka'uu dhaaf si'a dhibba deddeebisee nan yaala, yennaa dhibba yoo naaf milkaa'uu baate, abdii yoon kute deebisee nan ka'a jettee yaaddaa? Lakki, garuu yoo naa milkaa'uu baate, irra deebi'ee yoon yaale, ammas ammas irra deddeebi'ee yoon yaale hamman yaaluu koo itti fufetti yennaa hunda carraa deebisee ka'uu nan qaba.

@Faana_milkaina

➢ Hamma abdii kuttee harka laattutti kun dhuma miti, ammallee abdii qabda. Arrabsamuun, mana caccabaa qabaachuun akkam akka ulfaatu hin beeku, garuu laphee cabe qabaachuun akkam akka ta'e beeka. Kophaa ta'uun maal akka ta'e beeka. Garuu kun dhuma akka hin taane akka beektun barbaada. Haalli ati itti xumurtu murteessaadha. Ciminaan xumurtaa? Yoos cimina itti deebitee kaatu argatta,.... akka ani ka'e kana."

Haasaa 'Nick Vujicic' walgajjii irratti taasise.
Akkan irraa baradhe, irraa baratta jedhee abdiin qaba.

Aniif ati ciminaan xumurraa laata?

#Maddi:- kanan dubbiserraati.


🙏♥️°°°ʏᴇʀᴏᴏ ɢᴀᴀʀɪɪ°°°♥️🙏


👇📲𝐒𝐇𝐀𝐑𝐀📲𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄📲👇

☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎
☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎




Noma’lum dan repost
Nagaan waaqayyoo hunda keessanif haa ta'u .
#Hardha channel erga wa'ee fayyinnaa yeroo hunda siniif dabarsuu qabadhen jira

#JOIN godha maatii keenya ta'a


Qormaatni keessan Gad dhiifameeera!Badhaasa waan qabuuf Link kana seenaa Qoramaa Badhaafamaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=pfbid02y6D77VS4i98e4F115j6SD6sWTRm7LumG8Z6SCb2fDjbLC3pQHx4aqs28Jdnk1CyVl&id=100081134633981


“Waanuma tokko isin maqaa kootiin yoo kadhattan, ani nan raawwadha" jedheen.”
— Yoh. 14:14
Kun hin tahu taanan waldaa ishee dhugaatti dhaabbatte dhabuu keenya.
“"Gara ergamaa waldaa Saardesitti, 'Ergaan kun isa hafuurota Waaqayyoof hojjetan torba, urjoota torbas qabu biraa dhufe' jedhii caafi!"Ergichi "Ani hojii kee beeka, maqaadhumaaf jiraataa dha jedhamtee in waamamta, ati garuu du'aa dha.”
— Mul. 3:1
“Ammas maal irraa akka kufte yaadadhu! Yaada garaa kee geddaradhu, hojii isa dura hojjette sanas hojjedhu! Kana yoo gochuu dhaabaatte garuu, ani sitti dhufee, baattuu ibsaa keetii iddoo isaatii nan buta.”
— Mul. 2:5


Egaa rakkowwan gurguddaa sadan baranne kun waldaa kiristaanaaf baay’ee hamoo warra ta’anii dha. Kanas beekumsa mataa kootiinan yaadee barresse miti. Waan Hafuura Qulqulluun utuun Macaafa dubbisuu naaf ibseedha. Kutaa itti aanuu gaaffii qormaataa kutaawwan hanga ammaatti baranne keessaa isiniif baasa. Kanaaf irra deebiin dubbisaa hangasiti.
Qormaanni Kan isiniif ba'u kutaa 87,88,89 keessa.namoota meeqa Akka mention gootan,#share Akka gootan illee Ni ilaalama Gaafa qabxiin cuunfamu! Qormaanni keessan Sanbata duraa sa'atii 12tti gad dhiifama waan taheef sirritti dubbisaa! Badhaafamaa!

Eebbifamaa!
obboleessa keessan Sola dha
SHARE AND JOIN
      ✍ https://t.me/solabedasaa
      ✍ https://t.me/solabedasaa

      YAADA FI GAAFFIIF
👇👇
      @solabedasa

Fuula Facebook
👇
https://www.facebook.com/profile.php?id=100081134633981


kutaa_89ffaa
#3_KATTICHATTI_DUBBADHU!
Waldaa kiristiyaana diiguuf wantoota baay’ee hamoo ta’an lama barannee jirra.namoonni hin dubbisne link kana seenaa dubbisaa!

kutaa jalqabaa argachuuf

https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=pfbid0SpL6Qz4fyVZyMwAP3LYhZBNWQ7xbRXzhL7APTEFoRuWzX3ZdZ965vYPbAc6pdC7El&id=100081134633981

kutaa itti aanuu argachuuf

https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=pfbid0jd93Kzpzbwounsg3mVfoQwpwCbHk1Bb2ycjwy3hbCowKUHsFkcXCAdUFwCaGCGuQl&id=100081134633981

Amma immoo isa saddaffaa kana sirriitti baranna.Museen kanaan dura Waaqayyo waliin seenaa danuu dabarseera. Milikkita hedduus Waaqayyo irraa argateera; Waaqayyo Museetti akkataa raajota kaan waliin haasa’u caalaatti Ofii Isaa akka nama fira-dhibantaa waliin dubbatuutti wajjin dubataa tureera; garuu raajoota keessa kan akka Musee dogoggora ulfaataa hojjete immoo hin argamne.
Haala hundumaa dandeessanii bara kam Kristos wajjin warra mo’attanii nagaan har’a warri geessan akkam jirtu? Waaqayyoof galanni haa ta’u ani nagaadha. Isa haala hundumaa keessa dabarsee har’aan nu ga’e Waaqayyoof galanni mudaa hin qabne haa ta’u!
Har'a kutaa xumuraa kana Kan ilaalluu waa'ee kattaa rukutuuf,Kattaatti dubbachuudha!
“Yeroo jalqabaa Museedhaan kattaa rukuti!” jedhe itti dubbata.caqasi!
“Kunoo, ani achi Siinaatti kattaa tokko irra si dura nan dhaabadha; ati immoo #kattaa_sana_in_rukutta, bishaan isa keessaa in burqa, jarris isa in dhugu" jedhe; Museenis ija maanguddoota Israa'el duratti akkasuma in godhe.”
— Bau. 17:6
Hiikni dubbii Kanaa inni dhokataan,Kutaa kana keessatti #kattaan Yesus Kristos bakka bu’a. Kana jechuun,Kattaan ulee rukkutamee bishaan baasuu qaba,Yesus humna seeraan rukutamee fayyina fiduu isaa agarsiisa. Al tokkicha rukutamee erga miidhamee,jireenyaaf nu waameera; lammaaffaa rukutamuu maaltu barbaachisa ree?Dubbii kana itti yaadi Mee!
Kanaaf al tokko seera sana balleesuuf rukutaameera; lammaffaa aarsaa ta’uun maaf barbaachisa ree?
“Inni akka angafoota lubootaa warra kaanii, guyyuma guyyaatti duraan dursee cubbuu ofii isaatiif kana booddees cubbuu sabaaf aarsaa dhi'eessuu isa hin barbaachifne; inni #ofii_isaa aarsaa_godhee, al tokkicha yeroo hundumaaf dhi'eesse.”
— Ibr. 7:27
dogoggorri musee inni Guddaan garuu,faalla Yaada waaqayyo rawwaate
Mee dubbisi kunoo!
“".... Ija isaanii durattis #kattichatti_dubbadhu, inni bishaan in burqisiisa; ati akkasitti katticha keessaa bishaan isaaniif baaftee, jarrii fi horiin isaanii akka dhugan in goota" jedhe.”
— Lak. 20:8
wanta waldaa kiristaana rakkisaa jiru Maali?raajonni baay’een waan Waaqayyo hin jenne "jedheera"jedhanii qilleensaan saba afuufanii garaa fi sammuu bokoksu. sagalee raajii sobaan erga saba bokoksee booda, sabni eegee eegee dadhabee raajiin sun gaafa raawwatamuufii didu waldaa dhiisee baha. Waaqayyo irraa waan dhaga’een unkurama miti namni; raajota sobaa irraa waan dhaga’een malee. Museen raajii sobdudha jechuu koo miti na hubadhaa! Garuu waan Waaqayyo godhi jedhe hin goone. Kunis biyya yaadame isa hankaakse. Waan Waaqayyo nu ajajeen alatti gaafa waa goonu biyya kakuu keenyaa hanqanna; dhalootas ni burjaajessina. Amma wangeela dhugaa hin lallabneetti kattaa sana keessaa burqaan sabaaf ba’uu hin danda’u. Irran deebi’a; hanga wangeela dhugaan hin lallabamnetti!.....
Yeroo baay’ee kadhannaan keenya kan deebii dhabuuf, waan kadhannu beekna; akka itti kadhannu garuu hin beeknu. Kana kan nu nu hubachiisu Waaqayyo Musedhaan maal jedhe? “Kattichatti dubbadhu” jedhe malee rukkuti hin jenne. Kun kadhannaa hubannaa hin qabne akka ta’e nuuf ibsa. Waaqayyo kattaa Isa ta’e Yesus Kristositti dubannee akka Isa keessaa bishaan dhugnu barbaada malee,Kadhata hiika hinqabne Akka kadhannu hin fedhu. Utuu kattaatti hin dubbatin wanti argamu hin jiru. Kanaaf kadhannaan keenya maqaa kattaa qabaachuu qaba.


Kaayyoon channel kana inni guddoon
Yesuus kristoosin lallabuu
Yesuus kristoosin lallabuu
INNI JIREENYA TA'U ISAA DHAALOOTA HUNDATTI DHUGAA BAANA

waan kristoosin mul'isu irraa kan hafe
Channel kana keessatti waanti biraa gad in lakkifamu
https://t.me/aninandheebodha


Yoo_Waaqayyo_Jedhe!

Gugeen wucoolii ishee waliin baaxii manaa irra jiraatti. Mijateeraaf. Galgala tokko abbaan manaa “Ijoolle bor ganama ka’een baaxii mana kanaa diigee haaressa!” otuu jedhuu dhageesse. Isheef oduu yaaddessaa ture. “Yaa Waaqayyo ilaalikaa! Namichi ganama ka’een baaxii diiga jedhaa! Anii fi wucooliin koo eessa lixna?” jettee Waaqa kadhatte. “Namichi, ‘Yoo Waaqayyo jedhe!’ jedheeraa?” jedhee gaafate Waaqni! “Lakki hin jenne!” jettee deebisteef. “Yoos homaa hin sodaatiin!” jedhe. Ganama obboroo hiriyyaan isaa dhufee du’a firaa itti himee boo’icha waliin deeman. Manni hin diigamiin hafe.



Ji’a tokko booda ammas namichi waanuma... itti fuftanii dubbisuuf link kana cuqaasaa

https://win.awashjobs.com/2022/12/02/yoo-waaqayyo-jedhe/https://win.awashjobs.com/2022/12/02/yoo-waaqayyo-jedhe/


Fenan Befkadu -(feat Bonney Wakjira)

Join godhaa👉 @solabedasaa


"Faarfannaan Kun Faarsaa Hedduu Nama Eebbisudha...Dhaggeeffadhaa Hiriyoota keessaniifis Forward Godhaa"

YOSEF OFKALA: MEE DHIISAA
Join godhaa
@solabedasaa
@solabedasaa







20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

2 906

obunachilar
Kanal statistikasi