#Giiftiikoo !
Namni saadaaf sin yaadu
Namni yaadaaf sin yaadu,
Jedhuufan jedha miti
Dhugaa waaqa jiraataa,
Oggayyuu waa'eenkee
Garaa koo na nyaataa!
Akka waan lafeenkoo
Sirraa ijaarameeruu,
Akka waan foonkoo
Sirraa suphameeruu,
Akka waan dhiignikoo
Sirraa waraabameeruu,
"Naaf eegi, naaf tiksi!"
Jedheen dhageessisa
Gara waaqatti iyyakoo,
Nagaan si haa argatu
Oromiyaa biyyakoo! ⚫️🔴⚪️
Join👉 @waaqooF
Join👉 @waaqooF
Join👉 @waaqooF
✍ @wakumafekadu
Namni saadaaf sin yaadu
Namni yaadaaf sin yaadu,
Jedhuufan jedha miti
Dhugaa waaqa jiraataa,
Oggayyuu waa'eenkee
Garaa koo na nyaataa!
Akka waan lafeenkoo
Sirraa ijaarameeruu,
Akka waan foonkoo
Sirraa suphameeruu,
Akka waan dhiignikoo
Sirraa waraabameeruu,
"Naaf eegi, naaf tiksi!"
Jedheen dhageessisa
Gara waaqatti iyyakoo,
Nagaan si haa argatu
Oromiyaa biyyakoo! ⚫️🔴⚪️
Join👉 @waaqooF
Join👉 @waaqooF
Join👉 @waaqooF
✍ @wakumafekadu