Post namootaa kutaa 4'ffaa 😍
⭕ "Jirra hunda baachaa"
Post dhiira haati manaa isaa kg 95 ulfaattu👵
⭕ "Oolmaan keenya Finfinnee kana fakkaata. Guyyaa addaa ture"
Post ijoollee Buraayyuu👫
⭕ "Jaalala dhugaa kan nama jaallatu Waaqayyoo duwwaadha"
Post durba jaalallee ishee wajjin wal lolte😢
⭕ "Dugda hin dhungatan
Hunda hin dubbatan"
Post nama mucaa dhalchee, funyaan mucattii namicha ollaatti ba'e👃
⭕ "Kan garaa malee kan maqaa yoom nu dhibe"
Post manaajera gandaa👺
⭕ "Daandiin jireenyaa barumsaan qofa miti"
Post barattoota 12 kufanii 🙈
⭕ "Miidhagnee miti, miidhamnee as geenye"
Post nama eebbifamee waggaa 8 booda hojii argate 🏃
⭕ "Lafa itti kufte utuu hin taane, lafa itti mucucaatte yaadadhu"
Post dhiitee kufaa (anuma 👮)
😋