IMALA BARABARAA


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


DALDALA BU'AA QABUU {IMALA BARABARAA}1

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter






Forward from: fami zako
/start


Forward from: Nuuralhudaa
Gaafii dhageeyfattoonni yeroo heddu irra deddeebiidhaan gaafatan deebisaa gabaabduu waliin.

1. Gaafii fatwaa karaa kamiin gaafanna?
Deebisaa: Yeroodhaaf gaafii fatwaa karaa whatsapp ykn telegraamiitiin keessummeessaa hin jirru. namni gaafii fatwaa gaafatuu fedhu website Nuuralhudaa keessa seenee tikeeta haaraya haa banu. akkaataa tikeeta haaraya itti banan in shaa Allaah dhihootti isiniif ibsina.

2. iyyannoo Dhaddacha Jaalalaa fi Riqicha Sunnaah karaa kamiin ergina?

Deebisaa: Iyyaannoo haarayas yeroof keessummeessutti hin jirru. iyyannoon amma dura ergamee nu bira jiru haalaan heddu. iyyannoo amma dura ergame hunda osoo ummataaf hin dhiheeysin iyyannoo haaraya keessummeessuun sirrii miti. ka dura ergamee nu bira jiru eega dhiheeysinee booda haaraya keessummeessina. yeroo iyyannoo haaraya keessummeessinu kallattii hundaan beeysisa maxxansina. kanaafuu Social Media Nuuralhudaa irraan nu hordofaa.

3. Nashiidaa haaraya akkamitti ergina?

Deebisaa: Nashiidaa haaraya karaa telegraamaatiin keessummeessutti jirra. nashiidaa erguuf liinkii kana fayyadamaa https://t.me/rnhchat_bot

Hubachiisa: liinkii kanarraan kompiitaratu isin dubbisa. kompiyuutarri nashiidaa isinirraa qeebaluuf gaafilee irratti galmaawan isiniif dhiheessa. gaafilee inni isiniif dhiheeysu qofarratti hundaayuun nashiidaa keessan ergaa. gaafii dabalataa yoo gaafattan deebisaa isiniif hin kennu. kompiyuutarri waan irratti galmeeffame qofa dubbata.

4. Sagantaan Raadiyoo Nuuralhudaa kan Telegram irratti ergamu qulqullina hin qabu. kan qulqullina qabu eessaa arganna?

Deebisaa: Eeyyen sagantaan Telegram fi Whatsapp irratti ergamu qulqullina hin qabu. namoota Networkii laafaa fayyadamaniif telegram fi whatsapp irratti sagalee qulqullina hin qabne kan akkaan xiqqaa tahe ergina. namoonni sagalee qulqullina qabu dhageeyfachuu feetan Youtube Nuuralhudaa irraan nu hordofaa. https://www.youtube.com/@Nuuralhudaa

Waan nu hordoftaniif galatoomaa. yoo gaafii dabalataa qabaattan comment irratti nuuf katabaa.

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa




Forward from: Kureeth Institute 🌏
Guyyaa tokko akkuman Page Facebook Dr.Zakir Naik irra galeen Kitaaba "Christianity: The Original and the present Reality
/النصرانية: حقيقتهاالأصلية والواقعية "
Jedhun arge.Afaan Oromootti "Qabatama Kiristaanummaa durii fi ammaa" akka jechuuti.Kitaaba mata duree kana irratti barreefame dubbisuu waanin jaalladhuuf, Google seeneen gadi buuse.Yeroon dubbisu baay'ee natti tole. Yeroon waa'ee kitaabatti odeefadhu,Afaanota torbatti hiikamee akka jirun bare.Anis afaan Oromootti akkan hiikuu qabun ofitti hime.Alhamdulillah amma kunoo hiikee xumureen jira.Fuula Kitaabaatti yoo deebite, Page 30 ni taati. Bifa PDF Print godheen jira.Size 0.4 MB qofa.Yoo dubbisuuf fedha qabaattan,Linkii Telegramii armaan gadii kana xuquun buusa dubbisa!

http://t.me/Saahibuddiin28


Forward from: Al-risala-tube
Namni tawubata keessatti sadarkaa afur qaba :

1) Isa tawubatee hanga dhuma umirii isaatti cubbuu xixiqqoo kan namni hundi irraa hafiinsa hin qabne malee, waan irraa toobate sanatti utuu hin deebi'in hafu. 'istiqaamaa' jechuun isa kana namtichi warra khayiriirratti dorgomtootarraa ta'a, tawubatni isaa nasuuh' jedhama. lubbuu 'mux'ma'innah' (tasgabbooftuu) jechuun kan akkasiiti.

2) Inni lammaffaammoo isa toobatee, hundee ibaadaarraa utuu hin socho'in yeroo yerootti cubbuun itti dhufee erga cubbuu sana hojjetee booda of komatee, gaabbee, akka itti hin deebine murteessaa taa'u. (nafsullawwaamaa) lubbuu of-komattuunimmoo kan akkasiiti.

3) Inni sadaffaammoo isa tawbatee hundee ibaadaarratti gad-dhaabachuu wajjin, cubbuu adda addaa dhiisuu waliin, yeroo tokko tokko lubbuun isaa isa mo'attee cubbuun tokko
tokko akka dalagu isa taasifti, garuu badii sanarraa akka toobatu yeroo hundaa
of baallamaa taa'a. lubbuu gaafatamtuu (nafsul mas'uulaanimmoo) kan akkasiiti.
Inni akkanaa kun sodaachisaadha, maalif yoo jedheme utuu har'a borin toobadha
jedhuu duuti itti dhufuu waan dandeesuuf.

4) Inni afraffaanimmoo: isa yeroo
tokko toobatee, yeroo tokkommoo utuu waa'ee toobataa hin yaadatin cubbuu keessa dhidhimu, akkasumas waan hojjeterratti kan hin gaabbine, kan akkanaammoo (nafsul ammaarati bissuu'i) lubbuu badiitti nama ajajju jechuudha.inni akkanaa kunis booddeen isaa sodaachisaadha.

#Tafsiira_kitaab_qulqulluu_juzi sadeen boodaa fuula 90_91

#Rabbiin qalbii mux'ma'innah kadhanna, Amiin










Forward from: Al-risala-tube
☆Gaaffiif deebii marsaa 107ƒƒαa
☆ Daandii Jijjiramaa-Kutaa 2ffaa
____
🔎[1] Rabbiin Ilmi namaa Qur'aana akka hin booressinee fi qulqullummaa isaa eeggate akka turu itti gaafatamummaa eegumsaa ofirratti fudhate.

#B | Dhugaa C#| Lakki

🔎[2] Guyyaa Qiyaamatti amanuun utubaa ....... keessaa tokko.

#A| islaama #B| iimaanaa #C ihsaanaa

🔎[3]Shakkii ormi kuffaaraa namatti facaasan irraa of eeguuf.

#A| Qur’aana qo’achuu
#B| Qur'ana hojii irra oolchu.
#C| keessa keenya qulqulleessu.
#D| hunda

🔎[4]Shakkiin wantoota gurguddaa sadii irraa madduu danda’a, isaanis...

🔎[5]Mallatoolle Guyyaa Qiyaamaa keessaa muraas eeri...


❗️maqaa hin irraanfatinaa!!
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
※⏳ yeroon deebiin itti xumuuramu.
※ hanga salaata fajrii 11:00 .

※ ြၜAl-risala-tube
※ ြၜGaarommina qalbii.
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※

#Deebiif - https://t.me/Al_risala_tube_bot




Forward from: Al-risala-tube
Mu'jizaa Samii keessa jiru
Samii keessa maaltuu jira? Kanarraa Qur’aanni maal jedha? Saayintistoonni hoo maal jedhan? Link ykn footoo kana tuqaa dubbisaa.
https://blog.nuuralhudaa.com/mujizaa-samii-keessa-jiru-ce55b0baa6c5


Forward from: Cooperative Bank of Oromia
🙏Kiyyoo DIraamaa KUTAA 3ffaa Daqiiqaa 30 Booda Gadi ni Lakkifama nu eegaa!🙏

https://t.me/+njvDbeKw3WM4ODM0
https://t.me/+njvDbeKw3WM4ODM0


Forward from: Unknown
Money-ag4a is the #1 marketing network. With over $14 million paid to 300k members, Money-ag4a lets regular users make money with social media and friends! https://money-klw7f.beauty/352178129491/?s=tg


Forward from: Safaricom - Afaan Oromo
❇️SAFARICOM ❇️

Maqaan badhaafamtoota torbee darbe namoota 25 ol affeeranii qarshii 3500 hanga 10,500 ti badhaafaman chaanalii keenya lammaffaa
SAFARICOM - AWARDS irratti ifa gooneerra.

Waligalatti namootni 49 badhaafamtoota ta'aniiru!
🎉 Baga gammaddan!

Request to join kan jedhu tuquudhan ilaala.

Join |
SAFARICOM - AWARDS




Forward from: Muaz Jihad
Shanan gibe media:
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+t3sxTfsKzRU3NjJk

As wr wb akkam jirtuu warra Hamiltan media shanan gibe bufadha fayyadama.
Odeffanno yero yeroodhan isiin biran gaha.

@Shanan gibe media@
@shanan gibe media@


Forward from: 🌹Al_INAAS_TBE🌹
DARGAGGOOTNI yeroo deebii kennan
“nutis Bara keenya kana keessaatti immoo namoota jiddutti afwii walii godhuun dhabame akka hin jedhamneef sodaanneetii” jedhanii deebisan.

Subhaa nallah!
Aniis immoo namoonni waan kheeyrii dhagahan waliif hin dabarsan akka hin jedhamneef sodaadhee kunoo seena kana
isiniif dabarseetiin jira.
By @Alinaastube
ALLAHU AKBAR☝

👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Alinaastube

20 last posts shown.

103

subscribers
Channel statistics