Sagalee Gammachuu- Sound of Joy


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Baga nagaan gara Sagalee Gammachuutti dhuftani- Welcome to the Sound of Joy Channel
Iddoon kun:
- Faarfannaa durii fi haaraa
- Waaqeeffannaa Waaqaatti si dhiyeessu
- Jajjabina lubbuu fi gadda nama dagachiisu
#Kadhannaa #MuuziqaaHafuuraa #Jajjabina #Oromoo

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


🗣 Ati isa kam?
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
✅ Abbaan tokko hiikkaa jireenyaa ilma isaa barsiisuuf bishaan qodaa sadiitti naqee ibidda qabsiise.
1. Qodaa jalqabaatti dinnicha.
2. Qodaa lammaffaatti hanqaaquu.
3. Qodaa sadaffaatti buna itti dabalee .
Daqiiqaa muraasa booda bu'aa isaa ilma isaatti agarsiise:
➡️1. Dinnichi: Utuu hin seenin dura jabaa ture, garuu bishaan bulluqaa keessa yeroo darbu, lallaafaa fi laafaa, dadhabaa ta'e.
➡️2. Hanqaaquun: Dadhabaa fi salphaatti kan caccabu yoo ta'u, bishaan bulluqaa keessa yeroo darbu garuu keessi isaa jabaate.
➡️3. [Garuu bunni adda ture]: Bishaan bulluqaa sana (rakkina) jijjiire! Bishaan sun akka mi’aawaa fi urgaawu taasise.

✉️ Ergaan isaa kana:
✅Jireenyi yeroo hunda "bishaan bulluqaa" (qormaata, rakkoo, oduu, gantummaa) siif dhiheessa. Gaaffiin inni guddaan "Ati eenyu?"
• Akkuma dinnichaa rakkina keessatti abdii kutattee harka kennitaa?
• Akkuma hanqaaquu sababa rakkootiin onnee kee jabeessitee, kan yaaddoftu...
• Moo akkuma bunaa naannoo kee jijjiirta? Rakkoo kana fayyadamtee




Marara Tafara - Nan Ilaallatu! Afaan Oromoo New Song Music 2018/2026!!!

👉 J O I N ;- @Sagalee_Gammachuu


🔥 Nama 5 qofa afeeruun TON 3 argadhaa 🏦
https://t.me/gramevents_bot?startapp=ref_208015
☑️Withdraw goone check goonerra

Link gadii jirun ammuma eegalaaa
🔗 Link: 👉

https://t.me/gramevents_bot?startapp=ref_208015


✅Ammuma eegalaa xiqqoo turee jennan dhaabbachuu dandahaa


Forward from: Beeksisa Hojii - Vacancy
Addis Ababa City Corridor Project

Namoota:60 barbaada
Qaxarrii Koontiraata
Bakki Galmee: Finfinnee,Piyaasa tti.
Galmeen hanga 29/9/2018 tti


Qulqullinaan Ilaaluuf akkasumas beeksisoota biroo argachuuf 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿

https://t.me/Beeksisa_hojii_vacancy






📹 Oromo gospel song | Galagala Koon sittan Kennadha
👤 FNB Studio
/Firaol Nebi 🏷 Music


Mucaa kana Jajjabeessaa please Namoonni Naannooshee jirtan! Uffff



👉 J O I N ;- @Sagalee_Gammachuu


Yadesa Shiri - Hundaa Danda'a!

👉 J O I N ;- @Sagalee_Gammachuu


⚠️#OF_EEGGANNOO:
Nageenya Account Keessanii Eggadhaa! ⚠️

Hordoftoota koo kabajamoo, nageenyi herrega (account) keessanii hunda dursa. Yeroo ammaa kanatti namootni karaa adda addaa account keessan hatuuf yaalan baay'achaa jiru. Kanaaf, balleessaa fi miidhaa irraa of eeguuf qajeelfamoota kanneen xiyyeeffannoon hordofaa:

🚫 Liinkii Hin Tuqinaa: Commentii jalatti liinkiiwwan beeksisaa, badhaasa sobaa ykn waan "account keessan irratti rakkoon uumameera" jedhanii dhiyaatan kamiyyuu HIN TUQINAA.

🔐 Iccitii Keessan Tiksaa: Namni kamiyyuu maqaa "Telegram Support" ykn dhaabbata birootiin yoo isin gaafate, koodii (OTP) fi password keessan eenyuufiyyuu hin kenninaa.

🛡 Of-eeggannoo Keessaa: Karaa keessoo (Inbox) keessaniin namootni isin hin beekne liinkii yoo isiniif ergan, itti hin galinaa. Kuni mala herrega keessan ittiin cabsanii fudhataniidha.

✅ Two-Step Verification: Herrega keessan irratti 'Two-Step Verification' akka banattan isiniif dhaama.

Hubadhaa: Account keessan yoo hatame, ragaaleen keessan dhuunfaa fi hordoftootni keessan miidhamuu danda'u. Nageenyi keessan nageenya kooti!

Hundumaaf share gochuun wal haa gorsinu!


Ulaagaa Malee -Olit Gemechu

✝️JOIN: @Sagalee_Gammachuu


Jaalala Iddoo Ga'e - Gedion Daniel

✝️JOIN: @Sagalee_Gammachuu


Hin Shakkamu - Lidiya Derese

✝️JOIN: @Sagalee_Gammachuu


Hirpha Bahiru & Dawit Morka | WANGEELA | New Afaan Oromo Gospel Music Vedio 2026/2018 ✨🎶

👉 J O I N ;-@Sagalee_Gammachuu 📲






Seenaa dhugaadha!

Garuu baayee na gaddisiise! Sorry!


Seenaa waan ilmi namaa keessa darbuuf malu keessa darbuuf dhalatee guddatee, nama jabaa ta'ee yeroo of gahee gaa'ilaaf gahutti. Akkatuma dhiirri tokko gaa'ilaaf dubara tokko fuudhaaf gaafatutti ni gaafate. Isheenis gaaffii isaarra dhaabbachuun yeroo keenniteefii boodarra yaada isaatti waliigaluun tole jettee hiriyummaa gara gaa'ilatti ofuu waliin jalqabani.

Namni kun nama amala qabeessa, bilchaataa fii nama uumaa isaa sodaatu akka ta'e maddi odeeffannoon ni ibsa.

Ji'oota muraasa erga wal baranii hariiroo hiriyummaan turanii booda gara gaa'ilaatti akka seenaniif murteessaniyyuu yeroo sanaaf haalli mijatoo waan hin taaneef yeroo dabalataa akka waliif kennaan murteessani. Baay'ee waljaalatu, keessumaa isheen baay'ee lubbuu dhabdiifii jedhu namoonni itti siqan.

Yeroon isaan itti hariiroo jaalalaa jalqaban kun inni hojii mootummaa miindeffamee hojjechaa kan jiru yemmuu ta'u, isheen immoo Yuuniversiitii barachaati jirti.
Waliigalteen isaanii barnoota akka xumurteen bultoo akka ijaarratan waliigalan. Hariiroon isheen isaaf qabdu baay'ee addaa fii akka baayee isaa jaallatu cimsite isa hubachiifti turte kanuma sana sababeeffachuun, Guyyaa tokko garuu guyyaan murtoon isaanii hawwiin eegaa turan akka ifa bariitti eegaa jiran dukkana limixii uffate. Akkas ta'e. galgala wayii yaada akkas jedhu maddisiise inni dhiira: baay'een ishee jaalladhaani ani.

Isheenoo akkuma Afaan ishee kanamoo ni sobdi laata? Garaa qulqulluu akkumaan ishee jaalladhu iddoo naaf kennitii laata? Imala jireenyaa koo keessatti tarii yoon beela'e nawaliin beeloftii moo na dhiiftee deemti? Waan jedhu yaada isaa guute.

Hubadha! Namooti baay'ee akka isheen baay'ee jaalattuufii abbaa manaa isheellee godhachuuf nama baay'ee iddoo keenituufidha jedhu hiriyoonni ishee.

Gurbaan akkas godhe, akka isheen isa biraa deemtee yuuniversiitii waggaa 2ffaa barachuuf mooraa seenteen booda, lakkoofsa haaraa, bilbila telegiraamii banuun nama biraa fakkaatee ishee waliin walquunname dubbisuu jalqaba. nagaa keetii Ana X jedhama, sin beeka, yeroo ati ijoollee turtetti maatii keetti maanguddoo ergadhee sin fuudha jennaan, lakki matiin kee ijoolleedha intali keenya jedhanii na didani. Ati amma na dagatetta. Ani garuu sin yaadadha. Amma Ani sababa barnootaan Gara Biyya Awustiraaaliyaa deemeen achi jiraachaa jira. Waggaa 5 fixeera. Akka carraa guyyaa sadii booda Itoophiyaa, finfinnee nan dhufa. Isheen immoo akkasiin deebii kennitiif: dhugaamoo? Akkamiinan si wallaaleree? Baayee namatti tola. Gurbaan deebii akkas jedhu laateef ati nan beektu yeros baay'ee. Ishee: mee suuraa kee naaf ergi jettiin, tole jedhee nama bifa gaarii qabu facebook irraa buusee itti erge. Isheenis: woow! baayee miidhagda jettiin. Gurbaa: kan kee naaf ergimee amma wallaalchifattee mitii? Jedheen . isheenis suuraa ergiteefii. Innis woow! Baayee miidhagdes ni guddattes jedhaan.

Kana booda gurbaan akkas jedheen maarree nan dhufa waan ta'eef maaliif si fudhee hin deemu? Awustiraaaliyaa jedheen? Hiriyaa godhatteemoo akkami jedhee deebiseef? Ishee: Lakki hin qabu mucaa tokko baay'ee na rakkisaa jira. bada keessiikoo itti hin jiru, barnootarran jiras jettiin. Dhugaadha? jedhee deebisaaf, Isheenis eeyyee dhugaadha jettiin.

Hubadhaa kan isheetti haasaaa jiru hiriyaa isheen waada waliif galtee jirtudha! Garuu akka nama biyyaa Awustiraaaliyaa jirutti itti haasaa'a jira.

Kutaa itti aanuuf
👇🏿👇🏿👇🏿
Kutaa 2ffaa




Gootichi - Bikiltu Worku || New 2026

✝️JOIN:
@Sagalee_Gammachuu


"Ani Hin Irraanfadhu Waanan Keessa Darbee...🔥"

Yaadannoodha - Befikadu Bekele

✝️JOIN:
@Sagalee_Gammachuu

20 last posts shown.

279

subscribers
Channel statistics