Forward from: Oromia Report Gaazexa official
BIYYAA ETIYOOPHIYAA FI GOCHAA MINILIK
π¨βππ©βππ¨βππ©βππ¨βππ©βππ¨βππ©βππ¨βπ
Etiyoophiyaan Biyyaa Jaallalaan hundooftee moo Biyyaa Humnaan Hundoofteedha??????
Itoophiyaan biyyaa uummattootti ishee seenaa gaarii fi seenaa haamataa gadhee tahan waliin qabdudha.
Seenaa gaarii uummanni kun waliin qabus ergaa humnaa habeesha ykn minilikin humnaan koloonneeffatamee boodaa dhiibbaa minilik keessaan irraa gahu dandaammach; dandaaya fi minilikin fincillaa uummani rawwattee seenaa waliini tahun galmaa'eedha. kaanaafis fakkeenyii lollii Adwaa, Shiree, ethio-sumaale fi metaama jarren kun fakkeenyaa seena gaarii isaan waliif qabaniif fakkeenyadha. Lola kanarrattis adda durumma fi baayinaan kan geggeessa gi hirmaacha turee hin dhokaate malee oromoodha har'aa garuu seenaan yeroo sana waan dhokaatef oromoon kan isaa tahu waallalee ormii injiffaannon argaameen dhiichisaa.
Akkasummas biyyaa seenaa gadhee fi fokkisa waliin qabdufi keessatti hojjeettameedha fknf:- oromiyaa keessa lolaa caallii callanqoo fi miidha minilik achiitti uummaata oromoorran gahe; uummataa walaayitta humnaan itiyoophiyaa jala galchuuf gochaa minilik rawwaatte; fi diidda uummata kaffaa ukkamsuuf irratti gochaa rawwattaneedha jaarren kun fakkeenya gabaabboodha. kunis olaantumma saba tokko irratti mulisuun uummanni ykn sabnii biraan humnaan koloonneeffatamee kun aadaa fi duudhaa isaa dhisee akka aadaa fi duudhaa isanii hordofuuf gochaa rawwatameedha garuu iddoo hundaatti tahu baatus iddoowwan muraasatti milkaa'eeraf
Miniilikii biyyaa kana utuu jaallalaaf tokkummaan uummataa hundummaa akkaataa aadaa fi duudhaa isatti of daandaayyee walii walii isaa immoo kabaajan waldhageeyee keessaa jiraatuu godhee hundeesserra tahee har'aa itiyoophiyaa keessatti wal jibbinsii sabaa ka'ee itiyoophiyaan qe'ee badii hin taatu turtee
garuu baalleessa minilikii yeroo sana seenaa gadhee maqaa fi uummata sanan rawwaatte hangaa har'aatti itiyoophiyaan biyyaa uummanni itti wal ajjeessu taate jirtii kaanafis baalleessa uummata osoo hin taane sirnaa yeroo sana turee kan minilikii jechuudha.
Minilikii biyyaa kana hin hundeesse jechuurra seenaa siyaasa gadhee fi taate haama tahee saboota biyyaatti gidduu ka'uun kan burqaa bishaanii yaa'ee hin dhuumnee fi dhaabbachuu hin daandeenyee fakkaattu jibbinsaa seenaa wal dhaabdee siyaasa guddaaf dhagaa bu'uura ka'ee.
,, ,,,,,,,,,,,,,,,,itti fufaa jutaa 2ffa isaa argaachuuf chaanneelli kana @oromiareportgazexa @join godhii irratti hordooffii
@oromiareportgazexa
@oromiareportgazexa
:-madda odeeffaanno fi xinxaalla oromiyaa fi itiyoophiyaa
@oromiareportgazexa
@oromireportgazexa