OLA File


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


ABO/WBO ❤💚❤ OLA 👈

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Ummata keenya dhumaa jiruuf sagalee haataanuu 😭😭😭


Namni qophi jara kana lamata deemu diina saba kanatti. Gareen #Numan ifiin jetu ayyana eegate faayida isheef kaatu har'a yoo oromoon qe'ee isaa irratti qal@mu afaan qabate jira.


Universitii Amboo eega Mormii dhosee booda yeroo amma mormii balaalefanaa Oromiyaa gutuu keessat ademfama jiraa

Kunis yeroo tokkof akka hin tanee Qeerroon beeksisaa jiraa.
Oromoo Ka'i ‼




Oromoon eega OPDO/PPn aangoo qabatee yoomi boqonnaa argatee ? wagaa 6 gutuu Oromoon sanyii dhan lafa irraa an dugugamee dha. Minilk caala an Oromoo fixee Kol/Abiy Ahammed taa'u beeka . Kanafu yaa Oromoo ho dhugumaa Oromoo tatee kaa'i falmadhu .
Duri warana hin qabnuu ture amma garu WBO hidhannoo amna funyaanitti hidhatee qabna yeroo dhaf haatuu tokko tokko nu ha rakkistuu malee . Amma garuu dubiin adaan batee kuno WBOn gogonbisaa jira.
Gari garii biraa dhaba dhu. taa'u banaan suura kana baradhu . Gara funduratti kanumaatu sii eegata.
Kanuma 😭😭😭


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
😭😭😭😭
Ayiii Oromoo amma yoomitti laata ?


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram


Oromoo! Oromoo ! Oromoo ! oduu dhiisii tokkumaa'ke Jabeeffadhu. Yeroon amma ‼


Репост из: Jabeessaa WBO
#Inbox
በሰላሌ የተደረገው እጅግ ዘግናኝ የሰው ማረድ ወንጀል ልክ ከዚህ በፊት በወለጋ በፋኖ ከተደረገው አንድ ነው ። ይህም በሽመልስ አብድሳ የተጠናሰሰ እንደሆነ ግልፅ ነው ። የኦሮሞ ህዝብ ሞት ከተፈረደበት ቆይቷል ።

ይህም በሽመልስ አብድሳ የተቀነባበረ ሴራ ነው ። ምክንያቱም ከሰሞኑ በኦነግ ሰራዊት በተደረገው ውጊያ የመንግስት ሃይል እጅግ ስለተደመሰሰ እና እጅግ ኪሳራ ስለደረሰባቸው ይህንን ከፋኖ ሃይል ጋር ተባብሮ የሰሩት ሴራ መሆኑን ስሙ ለመግለፅ ያልፈለገ ግለሰብ ከሰላሌ አገርቶናል። ከሰሞኑ በኦነግ ውጊያ መቋቋም ያቃተው መንግስት በዚህ አይነት ወንጀል በሰላሌ ብቅ ማለቱ በደረሰበቸውን ሽንፋት ከኦሮሚያ shift ለማድረግ ፕሮፓጋንደ ወደ አማራ ፋኖ ለማላከክ እየሞከረ ነው እና የኦሮሞ ህዝብ ይህንን የመንግስት ሴራ ለማክሸፍ ከድር እስከ ደር ተነስቶ በአንድናት ከልተጋለ ገና ከዚህ የበለጠ ሰቆቃ ይደርሳል።
ስለዚህ ውጭም የሚኖር የኦሮሞ ህዝብ አገር ውስጥም በአንድነት ተነስቶ መታገል ይኖርበታል ።
ጋላ ተብሎ መተረረድ ይቁም።

ይህንን የረገው ሽመልስ አብድሳ መሆኑን ተኦሮሞ ህዝብ ይወቀው......
ለኦሮሞ ህዝብ አድርስልኝ
እኔ የሰላሌ የፒፒ ካዲሬ ነኝ ።


የኣማራ ፋኖ ስመ እግዚያብሔር ጠርቶ የሰውን ልጅ ሲያርድ የሚያሳይ ተንቀሳቃሽ ምስል ተመልከቱ? ለታሪክም አስቀምጡት! አያታቸው ሂትለር ሚኒሊክ ከመቶ አመት በፊት ጡትና እጅ መቁረጡን ሲክዱ ኖረው በ21ኛው ክፍለ ዘመን በተደጋጋሚ አንገት እየቆረጡ አሳይተውናል።
😭😭😭😭


Репост из: Dhageessee?
SALAALE

Boo’ichi keenya waggaa shanii oliif waan adda citee hin beeknef akka sirbaa baramaa ta’ee xiyyeeffannoo dhabnee laata?

Waggoota shanan kana guutuu uummanni Salaalee akka waan gaafa xiiqii fincilee hin fincilchiisnee, akka waan saba bal’aa of duubaa hin qabnee, kallattii garaa garaan alagaan itti hammaachuun hanqatee
Manaaf alaa gidirfamee roorroo biyya tana keessatti mul’atee hin beekne keessummeessaa jira.
Salaale Jaarraa tokkoof walakaaf alagaaf jilbiinfatee hin beekne,
Salaale tuqan malee nama hin tuqne,
Salaale shimalaan rasaasa qolatu,
Salaale gaafa gamtee namaaf birmatu,
Salaale dhukkuba Oromoo maraa dhukkubsatu,
Har’a akka waan biyya hin qabnee akka waan qomoo hin qabnee, akka waan qe’ee alagaa dhaqeetti, lafa saamamee, qabeenya saamamee, lubbuu saamamee yeroo qe’ee fi qabeenyi isaa gubatu, yeroo lubbuun kumaatamaa badheetti hafu, yeroo maatii guutuu jumlaan ajjeefaman, yeroo dirooniin samii irraa ibidda itti roobsuun lubbuu badheetti hafte awwaalchaf allaattii hanqisuun bobeessu Oromoon maaf callise? Salaale waggoota Shaniif halkaniif guyyaa boo’u, dhiigu, qe’eef qabeenyi gubatu maaf guyyaa tokko aara galfii dhabe? Salaale maaf birmannaa dhabe?

Salaale har’a haati fi abbaan reeffa ilmoo ofii irraa dhorkamanii karaa irratti daawwachaa allattin marsaa oolu!
Salaale har’a namni maatii maatii achii qabu eessa ooltan yoo jettanii gaafattan oolmaan guyyaa hundaa awwaalcha guyyaatti nama kudhan ykn shaniiti.
Salaale har’a duuti waanuma salphaa fakkaatee reeffa argatanii awwaallachuun immoo carra qabeessummaa ta’e!
Salaale har’a kan humna qabu keessaa baqatee hiyyeessi qe’ee isaatti du’aaf guyyaa eeggata!

Salaale har’a qamni hidhate kamiiyyuu yoo haaloo sirraa qabaate, yoo si shakke tarkaanfii kamiiyyuu yoo sirratti fudhatame hin gaafatamu!

Salaale har’a machooftuu hidhatetu ilmoo hiyyeessaatti rasaasan harka hiikkata!
Salaale har’a nama isaa jalaa ajjeesanii “maal ta’e eenyutu ajjeesen” hin jiru!

Uummanni kuni gamtaan bahee boo’ee nagaa kadhatee akkamitti nagaa dhabe, Akkamitti birmannaa dhabe!?
“Biyya badde Harreedhan garmaaman” qe’ee gootaa har’a dabeessi uummatatti taphata!

Sirni daangaa kee fi nagaa kee siif hin eegne siif diina!

Oromoon biyya keessaaf alaa nuuf lallabaa!

Yaa uummata koo qoqqodamnee bilisoomurra tokkoomnee gabroomuu wayya jennee waadaa waliif gallee turree barri darbuu hin ooluu waliif haa birmannu!

By Etika Teferi


Репост из: Jabeessaa WBO
X Campaign Wednesday, Nov 20, 2024

🚨 *Bloodshed Behind Censorship: The Oromo 🚨 Genocide*

In Ethiopia, a systematic campaign of slaughter and inhumanity is unfolding against the Oromo people. Entire communities are being massacred, silenced by the suffocating grip of state censorship. The government’s blackout on internet, media, and communication hides atrocities that amount to crimes against humanity.

This is not just repression it is genocide in the shadows. While the world looks away, the blood of innocents stains the hands of those in power. It is our collective moral duty to shatter the silence, expose the truth, and demand an end to these unspeakable crimes.

👇🏾
Warri quuqama sabaa qabdan Twitter X banadhaatii saba kessaniif sagalee ta'aa.
Linkii armaan gadii kana tuqxanii tweet gochuun itti hirmaadhaa, saba kessaniif sagalee tahaa.
Galatoomaa!
Link:
https://qubeemn.org/stopgenocidalwar/

#OromoBloodCries #EndOromoGenocide #JusticeForOromos
#OromoBloodCries

#highlights #highlights


Репост из: KMN
#Birmannaa!

Barattoonni Yunivarsitii fi sadarkaa lammaaffaa guutuu Oromiyaa keessa jirtan gocha suukkanneessaa kana karaa seera qabeessaa fi qaamolee nageenyaa waliin walitti isin hin buufne hiriira balaaleffannaa gocha kana irratti xiyyeeffate geggeessuudhaan saba keessaniif sagalee ta’aa.

Diyaasbooraan Oromoo biyya jirtan hundaa waan kana Adunyaatti himuudhaaf akkasuma balaaleffannaa gocha suukkanneessaa kanaatif garaagarummaa siyaasaa malee hiriira lafa sochoosu gochuudhan saba keessaniif sagalee ta’aaf.

Humni qabnu tokkummaa keenya. Isatti haa fayyadamnu qaamoleen dhimmi isin ilaallatu waan Kana yaadan dabalataatin gabbistanii abbummaadhan akka itti deemtan kaba dhiiga qulqulloota jigaa jiruutin isin gaafanna.


Репост из: Save Oromia 💪
Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
ቪድዮውን ተመልከቱት?!

ፋኖ አማራ አንገት መቁረጡን ተያይዞታል! በዚህ ጥምር ሀይል በኦሮሞ ህዝብ እየተፈፀመ ያለው ወንጀል ከሚታየውም በላይ ነው።

የኦሮሞ ህዝብ የተደገሰልህን ድግስ እየተመለከትክ ነው?


😭😭😭😭


Репост из: Save Oromia 💪
አማራ ፈኖ በድሮን ተጨፈጨፍኩ፣በከባድ መሳርያ ተመታሁ የሚሉት የኦሮሞን እውነት ለመሸፈን ነው። አንዳችም እኛ የምናቀርበውን ያክል ማስረጃ ማቅረብ አይችሉም! እየሰሩ ያሉት በሚድያ ጫጫታ ብዛት ከብልፅግና ጋር በማበር በኦሮሞ ህዝብ ላይ ድምፅ አልባ ዘር ማጥፋት መፈፀም ነው።


#Stop_Killing_Salaalee


😭😭😭😭



Показано 18 последних публикаций.