GADAA MELBAA


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


Share godhaa guddinaa afaan oromoof qooda ba'a
Oduu waitaawaa argatuu
hangaa dandeenyuu yaa dhamaanuu

Yaada qabddan nuun gahaa
Asiin nuu quunama @magarssa

Связанные каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Yoo yeroo argattaniif ishee kanaan bohaaraa!

Miilla kaayyoo

Citaas uffadhu moofaa
isa limmoon irbamaa
Namatu jarjaraaf malee
miilla kaayyoon ejjennaan
wanti hundumtuu ni darbama
Miilli kaayyoo kee citee
yommuu yaadaan okkoltu
Of wallaaltee dhiphinaan
yommuu sanyii kee abaartu
Miilla kaayyoo qabaannaan
homtuu si dura hin gortu.


@GADAAMELBAA1


GAMTAA BARATTOTA OROMOO IRRAA
Kabajamtoota ilmaan oromoo gocha aggaammiin duguuggaan sanyii nafxanyaa isinirra gahe nurra gahe hundaaf furmaataaf jennee qaamaa mootummaa sadarkaa barnootaa barnootaa federaalaa kaasee hanga mootummaa naannoo oromiyaatti gaafannee turre. Haata'u malee yaada walfakkaataa sagalee barattootaa kana ukkaamsu qofa nuu deebisaa turan.ta'us nutis hang furmaata argannutti egeree siyaasa biyya kanaatif barattoonni barnoota isaanii dhaban kun gaarummaa akka hin qabaanne akeekkachisa jiru itti himaa turree jirra.hayyuun keenyarree akka waa'ee keenya hin dubbanne nageenya buufne police naannoo baafne federaalatu bulchaa jira jechuudhaan kijibaa turan.dhugaan qallatti malee hin cittu akkuma jedhan baga gammaddan baga gammanne guyyaa har'aa kana hayyuu guddicha abbaa qeerroo bira deemnee haqa jiru carraa dhumaaf itti himnee turre.yaada keenyas 100% fudhatanii dhimma keenyarratti ajandaa haaraadhaan paartilee siyaasaa Oromoo waliin ta'uudhaan mootummaa murtii haqaa akka kennu nitaasifna jechuun waadaa nuuf galaniirBaalchaa
kanarra dhaabannee qabsoo keenya akka itti fufnu waamicha dabarsini.hundumtuu haa dhaga'u.koree gamtaa barattootaa Unv NA Finfinnee irra.1,Deribaa Gurmessa
2,Debisa Chimdessa
3,Dheeressaa Guyyaasaa
4,Jafar Adam
5,Tarreessaa Baalchaa


@GADAAMELBAA1


⚡️⚡️⚡️💫💫💫⚡️⚡️⚡️💫💫💫
🌎
🌎 @GADAAMELBAA1 🌎
🌎 🌎
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️

❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕

Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa

❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕

❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤



👉👉 @GADAAMELBAA1

👉👉 @OMNdameejimma



🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣

Channel Keessan bekksifachuuf galmaa


⚡️: @magarssa

✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅

JOIN

✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅


Репост из: BOKKU PODCAST
#BOKKUMEDIA

Kol.Gammachuu Ayyaanaa Essatti Qabame, Maalin Himatame?
Baatii 1 Dura Dr. Abiyyi Ahimed Kol.Gammachuu Mana Hidhaatii Waamee Dubbisuuhoo Quba Qabduu? Maal Walitti Haasa'an Laata? Dr.Abiyyi Maal Jedheen Laata?
Ilmaan Oromoo Meeqa Akka Mana Hidhaa Jiran Hoo Ni Beektuu?
Baarentuu Gadaa Waliin Turtii Taasiseera!
Hundumaa ONN Coming Soon!


Barattootni Oromoo yuunivarsiitii Mattuu rakkoo hamaaf saaxilaman.

(SQ- Mudde 26/2019)

Barattootni Oromoo yuunivarsiitii Mattuu baratan myaata dhorkamuun rakkoo guddaa keessa galanii akka jiran barattootni yaada isaanii sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoof dhaaman.

Yeroo darbe Habashoonni hin barannu,nyaata hin nyaannu jedhanii mooraa yuunversiitii Mattuu keessatti Abbootii Gadaa fi jiraattota Magaalaa Mattuu tiin akka isaan nyaata nyaataniif kadhatamaa turan.

Faallaa kanaatiin immoo Mudde 25/2019 irraa eegalee barattoonni Oromoo yuunversiitii Mattuu irraa baratan nyaata dhorkamanii beelaa fi dheebuun dararamaa jiru.

Yeroo Habashootaan nyaata akka nyaataniif Abbootiin Gadaa jilbeeffatanii kadhatanitti Barattoota Oromoo garuu nyaata dhorkachuun alagaa garaa gahaa akka jiru bulchinsi yuuniversitii Mattuu barattoota oromoo ni dubbatu.

Kanaafuu rakkoon yoo jiraate rakkoo rakkoodhaan furuun waan hin dandaa'amneef qaamni dhimmi ilaalu dhibee kanaaf ykn rakkoo uumame yuunivarsiitii keessatti nyaata dhorkachuun furmaata akka hin taane ilaaluun hatattamaan furmaata haaraa akka kennu ni gaafanna.

Rakkoo rakkoon hin furu!

@omndameejimma.


@GADAAMELBAA1


DUBBISI

Jireenya keessatti waanti nuti akka karooraatti qabannu waanta lamatu jira.Inni jalqabaa waanta barbaannu argachuu yoo tau,Inni lammaffaan immoo waanta argannetti gammaduudha.Namoonni karoora isa lammaffaatti gammadan garuu beektota qofa.

Balaa namatti dhufe injifachuuf tarkaanfiin jalqabaa waanta raawwate galataan fudhachuudha.Rakkoo si mudate akkuma jirutti fudhachuuf eeyyamamaa tai.

-William James

Haala si mudatu waliin jireenta kee walfudhachiisuuf yaalii godhi malee akkan barbaadu tauu qaba hin jedhiin.

Abraham Liinkan

Namni hiriyaa isaatiif gammachuu hin yaadne rakkinaaf saaxilamaadha. Namni akkasii ofiisaa qofa osoo hin taane,namoota biroos ni madeessa.Kufaatiin namaas eenyummaa akkasii irraa dhufa.

-Alfred Adiler

Karaan ittiin gammachuu argatan tokkicha.Innis muddamaa fi sodaa human keenyaa olitti nutti dhufan jalaa miliquudha.

-Monten

Yeroo hundumaa tarkaanfii tokko tarkaanfachuu yommuu yaaddu,gufuu tarkaanfii tokko si ittisuu dandautu si dura dhaabbata.

-Antuwan Tekov

Sammuun kee foddaa ati ittiin addunyaa kana ilaaltu waan taeef yeroo hundumaa banaa taasisi.

-George Barnaad show

Waanti nama beekamaa si taasisu waanta ta'uu barbaaddu taatee argamuudha.

-Sokirates



Irra deddeebianii yaaluun salphina miti.Carraa gaarii tauusaatu ittiin safarama.

-Joorjii maatiyaas

Miirri injifannoo kan madaalamu injifachuu qofaan osuu hin taane,yommuu kufanis tattaaffii gochuudhaan ni madaalama.

-Oliver Gold Smiz

Dadhabinni jireenya keessatti nama quunnamu tokko qofa.Innis waan beekuu qaban beekuu dhabuudha.

-Kanan Frederik Furar

Namni namoota injifatu nama cimaadha. Namni ofiisaa injifatummoo nama hundumaa caala.
-Laawoo 8ffaa



Akkuma sibiilli yoo qarame malee hin calaqqifne akkasuma namnis yoo rakkinaan qoramee bahe malee addunyaatti mulachuu hin dandau.

-Konfiishiyees



Baayinni rifeensaa,baayinni copha bokkaas, akkuma beekamuu hin dandeenye baayinni rakkinaas sammuu nama mul'ataa xureessuu hin dandau. Namni akkasii madaala jireenyasaatii ni eega.
-Seeneka



Namoonni hedduun abdii fuula duraa qaban abjootanii yeroo gammachuu abdiidhaan eeggatu. Garuu guyyaan haraa guyyaa hundumaarra guyyaa addaati. Sababnisaa guyyaan haraa harka kee keessa seentee jirti.

-Charles Koltan)

Namoota biroodhaaf hin yaadnu yoo taane,waanta namaaf gochuufii dandeenyu yoo dhiifne burqaa gammachuu tokko Akka gogsine beekuu qabna.

-Rey Liiman Wiilber

Namni dogoggorasaa mul'isee himatu akka nama kosii manaa haruuti.

-Maataammaa Gaandii

Namni waan hundumaa hawwu nama guddaadha.Namni waan argachuu danda'u qofa hawwummoo nama ogeessadha.

-Jecha warra Aayilaandii

Daandii bakka yaadde si geessitu osuu hin beekiin adeemsa hin jalqabiin.

-Jecha warra Ingilizii

Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jalaa bahuu hin dandeessu.
-William shekispir

Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa haraa balleessuudha.
- Maaksim Troobey

Sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka'i.
-Jecha warra Ingilizii

Nama tokko gargaarun addunyaa guutuu jijjiiruu dhabuu danda'a. Garuu nama tokkoof addunyaa isaa jijjiruu danda'a!!

Waan barbaadde tokkoof hin qabsoofne yoo ta'e Waan dhabdeef hin gaddin!!
🙉🙉🙉chaanaali keenyaa join share godhaa 🙉🙉🙉


❤️💚❤ 👉👉👉👉👉👉👉 ️@GADAAMELBAA1 ❤️💚❤️


Maalan godhe ?

🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔

Maalan godhe an barataan
kan na ajjeesu fafakkaataan

Maaliif na gidirsu na qabani
Lubbuu ko baasuuf maaliif wal gahanii?

Anoo kanan manaa bahe
Mudhiiko hidhadhee asiin gahe

Du'uuf miti karaatti hafuuf
Darbee deemee itti fufuuf

Tokkittiiko hiyyeettiikoo
Gargaaruufidha #Harmee koo
Cinaa dhaabachuu fi Abbee ko
Galmaan geessisuufi obboleessakoo

Maaliif na adamsu akka borofaa
Yoon jiraadhe maaltu itti hafa

Dubbadhaamee natti himaa
Falli isaa naaf argamaa?

Yeroon dhabu hiriyyaako
Rasaasaan dhahamee obboleen koo

Dubbadhaamee natti himaa
Falli isaa naaf argamaa?

Yeroon dhabu lubbuu ko
Akka saree hidhamee
Akka harree reebamee

Dubbadhaa mee natti himaa
Falli isaa naaf argamaa?

@GADAAMELBAA1


⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️🔴🔴🔴🔴🔴⚪️⚪️⚪️⚪️
Best Afaan Oromo Channel ever
Just
Join
And
Share

⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️
🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴
⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️

👉 @GADAAMELBAA1
👉 @OMNdameejimma


Kan Hafee yoo jiraate 👉@magarssa 👈 naa beksisaa
Hora Bulaa Debanaa!


Dhagahaa Dhageessiisaa Share Waliif Godhaa
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
@GADAAMELBAA1

Akka Qorannoon addeesutti Aduun Khusuftu Irra Guddaatti Biyyoottan Gara Bahatti Dhihaataniidha

Kan Hanga Ammaa Keessatti Baate Biyyoottan Arabaa
👉 Saudi
👉 Bahrain
👉 Kuwait
👉 Qatar
👉 Fi biyyoottan Arabaa Gara Garaa Irraa etc ....

Akka Biyya Keenyatti Kan Sagalee Kusufaa Dhageenye Magaalaa Ciroo Khusuftee yeruma San Deebitee Ifte Ja.an Jiraattoonni Naannawa asanii

Akkasuma Aduun Amma kusufuu Baattus Akka Miidiyaan Idil Addunya Gabaasetti

Sa.aa Afur Booda Sa.aa Afur Booda Yeroo Jannu Asrii Booda Jachuu Keenya Akka Biyya Keenyatti Sa.aa 10:00 Booda

Maraafuu Rabbiin Kheeyrii Haa godhu Yerooo aduun Khsufte


1 Ijaan Akka Hin Laalle Ija Namaarra Miidhaa Fida
( Damage Eyes)
2 moobaailaan Suuraa Kaafachuun akka Hin Laalle
( Don't Take Picture By Phone )

Barreefama Kana Share Godhii Obboleeyyan Keetiif Dabarsi
Sababa keetiin Kheeyrii Hojjachuutu mala Namani Biraa.

Join. 👉👉👉👉👉👉👉👉👉 @GADAAMELBAA1


Репост из: BOKKU PODCAST
#BOKKUMEDIA

Saatalaaytiin ityoophiyaan furgugiiste suuraa samirraa jalqaba irratti kaafte gadi erguushee ambasaadarri ityoophiyaa chinatti argamu ambush tashoma tugaa ibsaniiru.


Maalan godhe ?

🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔

Maalan godhe an barataan
kan na ajjeesu fafakkaataan

Maaliif na gidirsu na qabani
Lubbuu ko baasuuf maaliif wal gahanii?

Anoo kanan manaa bahe
Mudhiiko hidhadhee asiin gahe

Du'uuf miti karaatti hafuuf
Darbee deemee itti fufuuf

Tokkittiiko hiyyeettiikoo
Gargaaruufidha #Harmee koo
Cinaa dhaabachuu fi Abbee ko
Galmaan geessisuufi obboleessakoo

Maaliif na adamsu akka borofaa
Yoon jiraadhe maaltu itti hafa

Dubbadhaamee natti himaa
Falli isaa naaf argamaa?

Yeroon dhabu hiriyyaako
Rasaasaan dhahamee obboleen koo

Dubbadhaamee natti himaa
Falli isaa naaf argamaa?

Yeroon dhabu lubbuu ko
Akka saree hidhamee
Akka harree reebamee

Dubbadhaa mee natti himaa
Falli isaa naaf argamaa?

✍Firaaol @omndj

@GADAAMELBAA1


Репост из: BOKKU PODCAST
Ministeera fayyaa ta'uun waggaa tokkoofi ji'a saddeetif kan tajaajilan Dr. Amiir Amaan har'a hojii gad lakkisan


Odeeffannoo Beekuu qabnu, Waa'ee Moobayilaa Keenyaa ilaalchisun,
=========================
1. Waa’ee mobaayilichaa, baatirii fi bara – *#*#4636#*#*
2.Lakkoofsa ‘IMEI’ – *#06#
3. Sarviis meenuu bilbilarratti – *#0*#
4. Odeeffannoo waa’ee kaameeraa – *#*#34971539#*# *
5. Faayiloota hunda deeffachuuf –
*#*#273282*255* 663282*#*#*
6. Yaalii waayarlasii ‘LAN’ – *#*#232339#*#*
7. Tajaajila jalqabsiisuuf – *#*#197328640#*#*
8. Ifa duubaa ilaaluuf – *#*#0842#*#*
9. Tach iskiriinii moobaayilichaa ilaaluuf – *#*#2664#*#*
10. Vaaybreeshinii isaa ilaaluuf –
*#*#0842#*#*
11. Gosa sooftiweera ‘FTA’ isaa ilaaluuf – *#*#1111#*#*
12. Odeeffannoo sooftiweerii fi haardiweerii isaa ilaaluuf/baruuf – *#12580*369#
13. Konfiigareeshinii diyaagnoostiikii isaaf – *#9090#
14.To’annoo seensa ‘USB’f – *#872564#
15. Siistama ‘Dump Mode’f – *#9900#
16. To’annoo meenuu ‘HSDPA/HSUPA’f – *#301279#
17. Cufaatii bilbilichaa ilaaluuf – *#7465625#
18. Qabiyyee daataa bilbilichaa oomisha jalqabaatti deebisuuf – *#*#7780#*#*
19. Moobaayilicha qabiyyee warshichaa jalqabaatti deebisuuf
( waan bilbilarra jiru mara balleessa) – *2767*3855#
20. Tajaajila icciitii Motoroollaa Drooyid argachuuf– ##7764726
itti fufa.......


Chaanaali keenyaa JOIN godhaa barummssaa irra argattu

SHARE godhaa hiriyyotaa keessaniin waliin ga'aa

👉👉 @GADAAMELBAA1




Репост из: BOKKU PODCAST
Ministeera fayyaa ta'uun waggaa tokkoofi ji'a saddeetif kan tajaajilan Dr. Amiir Amaan har'a hojii gad lakkisan


Kana beektu??

🚩Kaanisoonni damma dammeessan sa’aa tokko keessatti hamma kiloometira 14 Imaluun hojii isaanii dalagu.
🚩 Hantuutni dhaltee guyyaa tokko booda kan ulfooftu
🚩Raachi wayta rafu ija banatee rafuu isaa
@GADAAMELBAA1




Mana Kitaabaa Keessati Barataan Tokko Kitaaba
Dubbisuuf Ol Seenee, Mucaa Durbaa Bareedduu
Tokko bira dhaqee "Si bira Taa'uu Nan Danda'aa"
Jedhe Intallis Sagalee Ishee Ol Kaaftee
"Maal, Na Wajjin Hin Ciiftuu Gaafa Jettu Xinnoo
Ishee Hin Qaanoftuu?" Ittiin Jette Namoonni
Mana Kitaabaa Keessa Jiran Hundi Isaanii
Gurbichatti Ija Babaasan innis Qaanii Dhaan Ofirra
Gad Taa'e, Erga Inni Gad Taa'ee Booda Gurra
Isaatti Jettee "Dhiifama Barattuu Xiin Sammuu
Sababan Ta'eef ijoollee Dhiiraa Qaanessuun Natti
Hin Cimu" Ittiin Jette.
Gurbichis Erga Itti Yaadee Booda Sagalee Isaa Ol
Kaasee "Maal, Halkan Guutuu Birrii 1500n Moo An
Barataa dha Birrii Amma Kanaan Si Bira Hin Bulu
" ittiin jedhe. Taraa Isaa isaa Namoonni Manicha
Keessa Jiran Intalatti Ija Babaasan Erga Isheen
Qaanoftee Booda Gurra isheetti Jedhee
"Dhiifama Barataa Seeraa Sababan Ta'eef Ijoollee
Durbaa Yakkamtuu Gochuun Natti Hin Cimu"
Jedhe 😂😂😂😂😂
👍👍👍👍👍👍👍👍
Join
Join
Join
@GADAAMELBAA1


Fatihaa Taaju:
Fatihaa Taaju:
💔💚💔


💝uduu gammachiisaa hordoftoota Telegiraama hudhaaf chaanaalonni oduu afaan oromootiin dabarsan namoota jajjaboodhaan hundaahee isiniif dhihaatee jira filadhaa. 💝


OMN Damee Jimma

@OMNDAMEEJIMMA


Shanan gibee maaltu dhibe
@jolobbis

Sule awa
@Elemoojaarraa

Boontuu ayyaana
@boontuu

Jaallanee gammadaa

@Jaallanne


@OMNdameeJimma

Ergaafii yaada
yooqabaattan nu wolii hojjechuus yoo barbaaddan nu qunnamaa

@omndj
@olwbo


Gambeellaatti namoonni meeshaa waraanaa dadabarsaa jiran to'ataman

Namoonni meeshaa waranaa konkolaataa dhunfaafi motummaatti fe'uun dadabarsan to'annaa jala olfamusaanii Komishinarri Polisiin Naannoo Gambeelaa BBC'tti himan.

Meeshaalee seeraan alaa kunneen kan qabaman osoo konkolaataa dhuunfaa fi motummaatti fe'amuun dadabarfamanuu kan jedhan Komishinarri Opiiyaangi Ochaangi, mucaa konkolaataa dhiqaa ture beekkamtii konkolaachisaa malee fudhatee deemuu isaa hima.

Biiroo Dhimmoota nageenyaafi tasgabbii Naannichatti itti gaafatamaa itti aanaan damee nageenyaa Obbo Otaawoo Okoot gama isaanitiin, kilaashii 12 fi xiyyiitiin 471 to'annaa jala olfamu mirkanneessaniiru.

Itti dabalunis Obbo Otaawoon konkolaaticha qabatee kan ture konkolaachisaa Af-yaa'ii naannichaa tures jedhaniiru.

Namni konkolaataa motummaa konkolaachisaa tures beekamtii itti gaafatamaa malee alkan keessaa sa'aatii lamarratti konkolaataa qabatee bahuun isaa himuun, konkolaataan dhuunfaa garuu galgala keessaa naannoo sa'aatii 12'tti qabamu hima.

Akka komishinarri naannichaa himettis, shakkamtoonni kunneen alkan guyyaa Wiixataa Muddee 23, 2019 to'annoo jala olfamu isaanii hima.

Bakki meeshaan waraanaafi xiyyitiin to'annoo jala itti olfaman keellaa naannoo Itaangi irratti ta'u kan dubbatan Obbo Otaawoon, hanga ammaatti namoonni sadii to'annoo jala olfamusaanii hubachisaniiru.

Qorannoon shakkamtootaas adeemsarra kan jiru ta'u Komishinarrichi dubbatanii, qorannoon barbaachisuus akkuma xumurameen himannaan kan irratti banamu ta'u himan.

Baatiiwwan sadan darban keeeessa qofaatti naannoo Gambeelaa keessatti meeshaaleen seeraan alaa 47 gara naannichaatti yoo seenan to'atamusaanii kan himan Obbo Otaawoon, kanneen amma to'atam waliin kilaashii 59 qabamu himu.

Meeshaalee seeraan alaa kunneenis kan gara naannichaatti dabarfaman Suudaan Kibbaa irraa ta'u Komishinarri kun himaniiru.

Itoophiyaatti magaalaa guddoo biyyattii Finfinnee dabalatee dadabarsi meeshaalee waraanaa dabalaa dhufuusaa fi humnootiin nageenyaas meeshaa hedduu to'ataa jiraachuu yeroo adda addaatti ni gabaafama.

@GADAAMELBAA1

@OMNdameejimma

Показано 20 последних публикаций.

220

подписчиков
Статистика канала