Galmo Show


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана



Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


https://t.me/abjuunkoo
Chanel kana 🖕Subscribe tolchaa


Kiristiano Ronaldo fi Lionel Messii 🥰🥰

✅ Taphattoota Urjiin addunyaa kanaa kan ta'an Lionel messii fi Kiristiano Ronaldo suuraa asii gadii lameen jaraa sa'atii wal fakkaataatti Kara fuula Facebook fi inistagram jaraa gadhiisanii turan

✅ "Moo'ichi kan jiru sammuu keessa" barreeffama jedhu waliin lameen jaraa kan gadhiisan yoo ta'u suuraan kun osoo sa'atii 1 hin turiin kan lameen jaraa Like mil. 1.5 ol argachuu danda'eera

The Goats 🐐❤❤


Oduu Gaddisiisaa

✅ Sadio mane qorannoo fayyaa isaaf godhameen waancaa addunyaa kana irratti hirmaachuu akka hin dandeenyee ibsame

✅ Torban darbe tapha baniinsaa qofatu jala darba kan jedhamee ture Sadio mane Qorannoo amma godhameefiin Waancaa addunyaan Ala ta'uun isaa mirkanaa'eera

Gurracha koo 💔


🗣 "Ani taphataa manchester united waanan hin taaneef gaaffiif deebii Ronaldon godhe irratti yaada kennuu hin danda'u garuu Gara fuulduraatti manchester united akkan hin deemneef barumsa gaarii naaf ta'eera." Son Hung min dubbate

🤭😂


✅ Tapha michoomaa arjentina fi united Emirates gidduutti godhamaa jiruun Lionel Goolii 1 yoo galchu 1 mijeessuun kenneera.

✅ Akkasumas Dimaria 2 galchee 1 mijeessee kenneera. Taphni boqonnaa Arjentina 4-0 UAE


#BREAKING/ AMMEE
✅ Leenjisaan warra diddiimoo Erick ten Hag kana booda Ronaldo Garee jaraa keessatti arguu akka hin barbaanne Hoggantoota kilabicha beeksisuun jaraa dhagahame.

✅ Leenjisaan lammii Holand kun Interview sanbata galagala Ronaldo taasiiseen booda har'a murtee kana kilabichaaf beeksisan jedhameera. 🙄

Maddi [ESPN]


Репост из: Faafam Qumbii
Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram




Arra waa'ee zoonii gowgow ibsuuf yaaluun barbaadee.

Zooniin gowgow Aanaa gola odaa keessa zoonii takka yoo taatuu.
Zoonii qabeenya umamaafi Albuuda beeyladaan itti fayyadamtuu baayyee qabduudha.
Zooniin tuniis  Araddoota/gandoota 4 kan qabdu yoo ta'uu.
Isaanis
1,Gaara gaafaa
2,cophii miaawaa
3,cophii dagaagaa
4,jiddoo misraa
Yommu ta'uu gandoonni kunniin
Beeyladoota
Akka  ,Gaalaa,loonii,re'ee,lukkuu, Harree,gaangee,hoolaa, kan qabdu yoo ta'uu.
Qabeenya biroo
Kan akka kanniisaa haalaan horsiifti.
Damma baayyee oomishuun zoonii beekamtuudha
Hora beeyladaan dhuugdu kan akka

Hora xulluphee
Hora jinfoo fi kaneen kana fakkaatan qabdi

Laggeen fageenya deemanii dhugan kan horrisa jedhamanii waamaman.kanneen akka
Dhaddachaa,kombolchaa,guungumaa, shankooraa,waddoo,xulluphee, harccummaa boru haroo fi kanneen kana fakkaatan fa'a.
Iddoon lafa dheedumsa beeyladootaa kanneen akka
Kufaa dhaddachaa
Oweetuu
Dugda guungumaa
Gaangee qalloo
Hadhaawaa
Wellaayee
Waccuu gaadoo
Daabbee
Dugda horaa
Korocee
Korbobsaa
Gola jamaal
Qorrofii
Doddota
Kottisa
Dugda roqaa
Dhaddacha mayraa
Aabbuu
Gabroo
Harooreettii
Sheek husseen
Jallaa
Baaduu
Gorsaa,gama bahaatiin.            gorroo dheertuu
Leedii
Mararree
Dheeraa

Fi kan kana fakkaatan fa'a baayyeetu narraa hafe.

Magaaloota xixiqqoo zooniitanaa
Cabbii
Aadee
Daloo
Aloola
Limaay
Baarrinko/kurfaa limaay

Buufata jiddoo
Jiddoo bishaanii
Faan magaalota zoonii tanaati.
Kan biroos ni jiru.
Zooniin tun rakkoo bishaanii,
m/bsadarkaa 2ffaa, daandii fi k k.faa qabdi.
Lafa ballaa qabdi.
Qabeenya baayyee qabdi.
Kan hafee ittin deebi'a.
Galatoomaa.
Horaa bulaa.


Репост из: Karaa mlkaa'inaa
Madaankee sirra turraan
Maaf jetta fayyuu dide
Qawweedhaan dhabamsiisu
Dhukkuba qawween fide.

Garbummaa jala teessee
Hin karoorsin jiraachuu
Hireekee maaf godhatte
Baraan hambaa ormaa nyaachuu?

Lagaan wal qoqqooduudhaan
Walii keetti alagoomtee
Jaarraa tokkoof walakkaaf
Jiraatteetta garboomtee.

Guddinaaf jabinakee
Dagattee hanga geessu
Si jalatti ormi dhaane
Daa'imaaf haadha deessuu.

Hoomaa girrisaa mannaa
Tokkicha risaa wayya
Hidhannee yoo falmanne
Madaan keenya ni fayya.

Dhiisi afaan wal wallaaltee
Kara karaa hin kaatin!
Biyyakee ijaarradhu atis
Waanjoo garbummaa hin baatin!

Akka biyyoota kaanii
Utuu hidhannoo qabaattee
Qe'ee keerratti hin cabdu
Hireekee ormaaf laattee.

Kan darbe irraa baradhu
Oromookoo dammaqi
Jajjabeekee jabeessii
Imimmaan sabaa haqi!
.....................................
Yadesa MT Gudina


Irreecha.

Abbootiin keenya itti miidhamanii, itti cabanii, itti hidhamanii, amantaafi ilaalcha siyaasaarra caalanii, beekumsa Abbootaasaanii nu dhaalchisan. Dirqamni dhaloota keenya ammoo, dura deemuun kunuunsee dhaloota itti aanutti kennuudha.

Dhaloota abdi qabeessa. QEERROO.


Baga geessan🥰 irreecha Nagayaa 🙌🏾
Blessed soul king JA

As father and as son
As elder and little brother
As sultan and as alp
Yoo xiqqaate like 10k galchaa.

Jawar Mohammed & Wabi Sena


Haccee❤
happy family❤






Репост из: Azooz mami
Tik tok keessan gudifachuu yoo feetan video keessan copy gootani eegasii linkii kana seentanii bakka ( falowers - hearts - views ) jedhu keessaa filattanii linkii videoo keesani bakka sanitti harchaastan

https://zefoy.com/








Warri Bishaan Gubate Sagaleen Caqasuu Jaalattan Akka Kiyyatti Kunoo Link Tana Cuqaasa

Показано 20 последних публикаций.

137

подписчиков
Статистика канала