keyralumma Ibnutemiya6
✍️ Ibnu_surur ✍️
√ Baatii Ramadaanaa Keessa Naamusoota Namootni Soomanan Raawwachuu Qaban
√ Sodaa Allaah (S.W) Onnee Bulchuu
√ Sodaa Allaah (S.W) onnee keessa bulchuu jechuun wantoota Allaahaan (S.W) dhorke hunda irraa guutumaan guutuutti fagaachuu fi of qusachuu. onnee fi arraba. haasawaa fi gochi osoo adda addaa hin ta'in soroummaan Allaah (S.W) gabbaruu jechuudha.
√ Namni kamiyyuu bori gaafa murate logii-malee (yawmal qiyaamaah) addunyaa tana irratti naamuusaa fi gochoota raawwaateen gaariis ta'ee fokkaataan Allaah (S.W) biratti herragamu wanta ifaan ifatti beekkamuu fi wanta shakkii hin qabne dha. Kanaafuu namni kamiyyuu wanta kana yaadatuun Naamusootaa fi sochiiwwan isaa kanneen guyyaa gara guyyaa irratti Allaah (S.W) sodaatuu fi yaadatu irraa of dagatuu hin qabu; maaliif yoo jadhame ilmaan namaatiifis ta'ee biqiltootaa fi bineensootaaf duuti hin hafne sun waytiin dhufu haalaan wanta beekkammeef.
√ Haaluma kanaan kaayyoon soomaa inni guddaan namoota sooman worreen sodaa Allaah (S.W) (t.me/keyralumma) qaban ykn abboota taqwaa akka tahan isaan leenjisuufi madaqsuudha.
√ Ramadaanni woytii taqwaa waan taheef muslimoonni carraa kanatti fayyadamuun Allaah (S.W) yeeroo kamiyyuu caalaa sodaatuun isaanirraa eegama. Hiriyoota
keessaniif 👉🌹shear 🌷 godhaa