IYYAASUU SABAA


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


Ana Haa Dhufu 🅒︎🅗︎🅐︎🅐︎🅝︎🅔︎🅛︎ d̲h̲u̲f̲t̲a̲n̲ Barnootaa Bareedaa N̲𝚊𝚖𝚊 𝙷𝚊𝚠𝚠𝚊𝚝𝚊𝚊 𝚃𝚊𝚑𝚎𝚎 𝙺𝚊𝚗 𝚠𝚊𝚊 𝙸𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚋𝚊𝚛𝚊𝚝𝚝𝚊𝚗 𝙰s irraa Argattu yaadaa fi qeeqaan
. 👇
#IyyaasuuShariifXahaa

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri












Tafsiira Sheikh Abdunaasir qobboo dan repost
Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
Suuraa baqaraa ayata 7


Amar Temam dan repost
Ati mallattoo qabsoo Sooriyaati kan lubbuu keetiin bilisummaa biyyakeef gatii kaffalte

Bilisummaa biyya keetiif lubbuu kee qofa osoo hin taane kan maatii kee hundaatiin gatiin ati kaffalte, lafee dugdaa dachee keetiifi faajjii qabsoo lammilee keetiiti.

Rabbiin carraa wareegamummaa si badhaase Jannataan si haa qanansiifatu.

Yaa Maziin
Biyya keetiif jecha, ummata keetiif jecha, haqaaf jecha umrii kee guutuu gidiraan ati argite, gubaan ati gubatte, laalaan qaamaafi qalbii kee irra ga'e,,, murtoo Rabbii ta'ee yeroo Mootummaan biyya, si'iifi ummata kee gidirsaa ture kufee daakamu kanallee ati hin argine.

Garuu aarsaa atiifi kan akkakee kaffaltan Rabbiin tasatti hin dhiifne, milkaa'eera. Eeyyeen dabni isin kuffisuuf gatii guddaa lubbuu kabajamtuu keessan, kan aaliifi fira keessanii itti kaffaltan sun kufeera.

Mazin yaa gooticha qabsaa'aa mallattoo biyyoolessaa Syria kan lubbuu keetiin bilisummaa biyya keetiif gatii kaffalte abadan Sooriyaankee yoomiyyuu si hin dagattu.

#AmarTemam
https://t.me/amartemam1133


Chaanaal kana keessatti Tafsiira quraanaa Afaan oromoo kan Sheik Abdunaasir Usmaail M/qobboo keessatti barsiisaa jiru irraa isiniif dhiheeysina
Yoo yaada qabaattan asirrati nu qunnamaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Tafsirasheikhabdunasirqobo


موسوعة بيان الإسلام الإلكترونية - byenah.com dan repost
▫️💡▫️

الإسلام دين رسل الله.

✍️ إعداد: الفريق العلمي بجمعية خدمة المحتوى الإسلامي باللغات

📑 كتاب قيّم يوضح أن الإسلام هو دين الأنبياء والرسل جميعًا.

🌐 مترجم بـ 39 لغة.

📖 لقراءة الكتاب.. بعدة لغات:

📖 اللغة العربية:
https://byenah.com/ar/discover-islam/22262

📖 اللغة الإنجليزية:
https://byenah.com/en/discover-islam/22265

📖 اللغة البرتغالية:
https://byenah.com/pt/discover-islam/22216

📖 اللغة الروسية:
https://byenah.com/ru/discover-islam/22217

📖 اللغة البلغارية:
https://byenah.com/bg/discover-islam/22218

📖 اللغة التركية:
https://byenah.com/tr/discover-islam/22219

📖 اللغة الإيطالية:
https://byenah.com/it/discover-islam/22220

📖 اللغة الفرنسية:
https://byenah.com/fr/discover-islam/22221

📖 اللغة الكردية:
https://byenah.com/ku/discover-islam/22222

📖 اللغة السويدية:
https://byenah.com/sv/discover-islam/22263

📖 اللغة الإسبانية:
https://byenah.com/es/discover-islam/22266

📖 اللغة التشيكية:
https://byenah.com/cs/discover-islam/23485

📖 اللغة الألمانية:
https://byenah.com/de/discover-islam/24068

📖 اللغة الآسامية:
https://byenah.com/as/discover-islam/24073

📖 اللغة الصينية:
https://byenah.com/zh/discover-islam/24093

📖 اللغة الفيتنامية:
https://byenah.com/vi/discover-islam/24094

📖 اللغة التايلندية:
https://byenah.com/th/discover-islam/24095

📖 اللغة الطاجيكية:
https://byenah.com/tg/discover-islam/24096

📖 اللغة الإندونيسية:
https://byenah.com/id/discover-islam/24097

📖 اللغة الفلبينية (تجالوج):
https://byenah.com/tl/discover-islam/24098

📖 اللغة الألبانية:
https://byenah.com/sq/discover-islam/24108

📖 اللغة الهنجاربة (المجرية):
https://byenah.com/hu/discover-islam/24109

📖 اللغة السواحيلية:
https://byenah.com/sw/discover-islam/24113

📖 اللغة الدرية الفارسية:
https://byenah.com/prs/discover-islam/24115

📖 اللغة البنغالية:
https://byenah.com/bn/discover-islam/24120

📖 اللغة الهوسا:
https://byenah.com/ha/discover-islam/24342

▫️ اللغة القرغيزية:
https://byenah.com/ky/discover-islam/24343

📖 اللغة الفارسية:
https://byenah.com/fa/discover-islam/24466

📖 اللغة البوسنية:
https://byenah.com/bs/discover-islam/24483

📖 اللغة بامبارا:
https://byenah.com/bm/discover-islam/24491

📖 اللغة الهولندية:
https://byenah.com/nl/discover-islam/24492

📖 اللغة الكينيارواندية:
https://byenah.com/rw/discover-islam/25001

📖 اللغة الأذرية:
https://byenah.com/az/discover-islam/25002

📖 اللغة الجورجية:
https://byenah.com/ka/discover-islam/25003

📖 اللغة الإيغورية:
https://byenah.com/ug/discover-islam/25004

📖 اللغة البشتو:
https://byenah.com/ps/discover-islam/25005

📖 اللغة اللينغالا:
https://byenah.com/cd/discover-islam/25054

📖 اللغة اللوغندية:
https://byenah.com/lg/discover-islam/25485

📖 اللغة الرومانية:
https://byenah.com/ro/discover-islam/25486

📲 نسعد بمتابعتك لنا.. عبر منصاتنا:
https://t.me/Bayanalislam/9

#بيان_الإسلام
#تعرف_على_الإسلام

🏷️




Ahmedin Jebel - አሕመዲን ጀበል dan repost
GARGAARSA MAALLAQAA WAL’AANSA FAYYAAF GAAFACHUU TA’A.
🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴
Jaallatamtoonni Hundi, Obboleessa keenya Hassen Huseen Haji nama ganna 43 jiraataa magaalaa Aselaa, Ethiopia, yaala fayyaa isaatiif gargaarsa keessan kabaja waliin isin gaafachuuf barreessaa jirra.

Hir'ina dhiigaa fi dhibeen ‘epistaxis’ jedhamu fayyaa isaa irratti dhiibbaa guddaa geessaa akka jiru Doktoroonni Hospitaala Xiqur Anbassaa adda baasaniiru. Gareen Doktoroota Hospitaalichaa carraa fayyaa argachuuf biyya alaatti yaala dabalataa akka isa barbaachisu gorsaniiru.

Haa ta’u malee, sababa hanqina maallaqaatiin baasii biyya alaatti yaalaaf isa barbaachisuuf rakkatee jira. Baasii wal'aansa isaa hamma ta’e deeggaruuf gargaarsa keessan barbaadaa jirra. Gaheessa umrii isaa hin quufin kan bu’aa guddaa biyyaa buuse kana maqaa Rabbiitiin baraarudhaaf Waan isin nuu arjoomtan xiqqoollee hin tuffannu. Nu bira dhaabadhaa.
Obbo Hasan Huseen, Yuunivarsiitii Haramayaa irraa digrii 1ffaa fi 2ffaan ‘Bachlor of Science in Agricultural Extension fi MBA’n eebbifameera.

Waggoota hedduudhaaf ummata isaa tajaajilaa tureera. Harar keessatti qondaala misooma hawaasummaa ta'uun RCST hojjateera. Harar aanaa Midhaagaa Tolaatti akka Project specialist fi hogganaa tiimii projektichaa ta'uun tajaajileera. Akkasumas garee deeggarsa sochootuu misooma hawaasaatiin kan hoogganamu qondaala misoomaa ta’uun RPCUn akka ofisara EFSMtti bakka bu’ee tajaajileera. Garee Deeggarsa socho’aa ta’ee, Hararitti qondaala Koorniyaa fi Hiyyummaa hir'isuutti hojjateera. Akkasumas Zoonii Baaleetti Ofisara Leenjii Sirna Akeekkachiisa Duraa ta’uun kan tajaajilan yoo ta’u, Kolleejjii Boqojjiitti ATVET keessatti Barsiisaa ta’uun tajaajilaniiru.
Nama guddaa fi qabeenya biyyaa ta’e kanaaf gargaarsa yeroo rakkisaa kana keessatti nuu gootaniif baay'ee galatoomaa.

Miseensonni garee maqaa isaaniitiin herregni baankii baname: 1. Obbo Hasan Huseen Hajjii (dhukkubsataa); Dr Tulluu Kurkii, Kab. Obbo Maammoo Tusii.

Akkaawuntiin: 1000662352555 CBE;

013200812893100 Baankii Awaash;

1078041090115 Baankii Sinqee;

1000300340451 COOP Oromiyaa;

210854948 Baankii Abisiiniyaa;

1102030100001 Oromiyaa OIB.


Oduu Geda dan repost
Aangoo abbaa isaanirraa dhaalaniin waggoota dheeraaf Pirezidantii Sooriyaa ta'uun kan bulchaa turan Bashaar al-Asaad erga finciltootaan aangoo irraa kaafamanii eessa jiru kan jedhu gaaffii ture.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/W3SPiBR


Oduu Geda dan repost
Yeroo finciltoonni Sooriyaa Damaasqoo seenan namoonni immoo masaraa Pirezidantii duraanii biyyattii, Bashaar al-Asaad, seenuun saamani.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2hFTRkx




Oduu Geda dan repost
Akka gabaasaleen miidiyaalee Sooriyaa ibsanitti, xiyyaaronni waraanaa Israa'el magaalaa guddoo biyyattii Damaasqoo dabalatee guutuu biyyattii keessatti haleellaa kurnaan lakkaa'aman raawwataniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/o60cCIG


Amar Temam dan repost
Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
#Allahuakbar

#SukranYaAllah
#Syria


Amar Temam dan repost
Kaampii du'aa guddicha adduunyaa kanaa 😰
Namoonni 30,000 ol bakka kanatti ajj*eefamani
~~~
Kun aduunyaa keenya kana irraa bakka haalaan badaafi hammaataa ta'eedha. Maqaadhaaf mana hidhaati jedhama. Garuu mana hidhaa osoo hin taane mana du'aati. Namoonni kumni 30 ol yeroo gabaabaa keessatti bakka kanatti mootummaa abbaa hirree Alasaadiin aj*jeefamaniiru.

Manni hidhaa Sidnaya jedhamu kun magaalaa guddittii #Syria Damasqoo irraa kalattii Kaabaatti km 30 faga'atee kan argamu yoo ta'u lafa irraa ol gamoo abbaa darbii sadi'ii akkasumas lafa keessas gara gadiitti bifuma walfakkaatuun darbii sadii walumaagalatti gamoo abbaa darbii 6 ta'e kan qabuudha.

Lammileen Sooriyaa 30,000 ol bakka kanatti akka ajj*eefaman ibsame. Gidiraafi miidhaan as keessatti hidhamtoota irra ga'u waan dubbatuu miti.

Erga kaleessa namoonnii bakka kanaa baafamuu eegalanii hanga ammaatti itti fufeera. Wanti nama gaddisiisu, namoota du'an qofa osoo hin taane kanneen lubbuun jiran hedduun isaanii qaamaafi xiinsammuudhaan miidhamaniiru. Hedduun isaanii eenyummaadhuma ofii isaanii, maquma isaaniillee dagataniiru, of hin beekan.

Namoonni as jiran hedduun isaanii waggoottan 40 ol kan bakka kanatti hidhamaniidha. Maatiinillee eenyummaa isaanii addaan baasuuf baay'ee rakkate.

Wanti hubatamuu qabu, manneen akka kanaa kana qofa miti kan biyyattii keessatti ijaaramee lammilee biyyattii xuuxee fixaa ture.

Manni hidhaa Sidnaya wanti haalaan bakka hammeenyaafi adda ta'e isa godhu namoonni jumlaadhaan erga ajj*ee-famanii booda bakka ree*nfi isaanii itti gub*amu qaba. Qaamni alaa homaa waan achi keessatti ta'aa quba qabaachuu hin danda'u.

Qorannoolewn baay'een waa'ee mana hidhaa kana irratti hojjataman waan irratti waliif galan tokko qabu, innis manni hidhaa kun ''bakka baay'ee hamaa adduunyaa kana irra jiran keessaa isa jalqabaati' jedhani.

Wanti hin dabarre hin jiru, Mootummaa Allaah tiin alatti Mootummaafi sirni hin kufne kamiyyuu hin jiru. Mootiin mootummaa abbaa hirree kana gochaa ture Alaasaad har'a ofiifuu baqatee biyya gadi dhiisee bahee hin jiru. Ijoolleen gootonni biyyaafi ummata isiitiif qabsiiftee wareegama dachaa kaffalte mootummaa kana of irraa fonqolchite har'a lammiilee bakka kanaafi fakkaataa akka kanaatii baasaa jirti. Alhamdulillaah. Rabbiin warra hammaate bakka hundattuu haa kuffisu, nagaa haa magarsu.

© #AmarTemam
https://t.me/amartemam1133



18 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.