OBBOLAA TUBE


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


👉 THE METHOD OF LIFE 👈
👉↘⬇↙👈
👉 #Jechoota Gaggaarii
👉 #Gorsa Gaggababoo
👉 #Jechoota Beektotaa
👉 #Dawaa gabaabaa
Kaan jedhuuf
@BASHASHAA
Yaada ykn gaffii yoo qabatan.
___________nu qunnamuu dandeessu

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri












☪Bareedina islaamummaa dan repost
Sahaabaa keessaa LEENCA RABBII jedhamee kan moggaa fame eenya

1Umar
2Hamzaa
3Abaa Ubeydaa
4Abuu Bakar




Islamicbot dan repost
Gaaffii

Namni dubartiirraa dura islaamofte
1 kadiijaa
2 Aa'ishaa
3 Faaxumaa
4 Hafsaa




Love dan repost
Duula hamiltan gargaaruu irratti mee hagam keenyatu hirmaata? 🙋‍♂️

❤❤❤❤❤❤
 ❤Hamiltan
❤❤❤❤❤❤ 
✍ Barreessaan ✍

   ©Muaz yakub
 
Hamiltan hamlee koo
Hawwii bara dheeraa
Baga nagaan dhufte
Fuulli na ifeera..


Media miidhagduu
Afaan saba hedduu
Qaawwa mara seenee
Kan.. ..See more ✍️

Hamiltan media keenya hagargaarru asiin 👉NAN GARGAARA nuhordofaa






☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA dan repost
🌿☘🌿☘🌿☘🌿☘🌿☘🌿
Ajrii Bakka Namni nama bira hin jirretti du'aa'ii Namaaf kadhachuun qabu
☘🌿☘🌿☘🌿☘🌿☘🌿☘
قَال رَسُولَ اللَّهِ - ﷺ - : « مَا مِن عبْدٍ مُسْلِمٍ يَدعُو لأَخِيهِ بِظَهرِ الغَيْبِ إِلاَّ قَالَ المَلكُ ولَكَ بمِثْلٍ » . رَواه مُسلم .

Ergamaan Rabbii ﷺ Akkana jedhan:

«Namni muslima tahe tokko obboleessasaatiif bakka inni bira hin jirretti du'aa'ii kadhateefii hin hafu Malayikaan kanuma akka ati isaaf kadhatteetu siif jira jettuun malee
Muslimtu odeesse

Miseensa chaanaal keenyaa tahuu yoo barbaaddan link
Asii gadiikana tuqaa

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@b_islaamummaa




Islamicbot dan repost
Erraa caaltuun baatii baatii Ramadaanaati
Erra caaltuun guyyaa guyyaa jumu'aati

Kayirii Ramaadaana keessa jiruufi kayirii Guyyaa jumu'aa keessa jiruu
Rabbi nuhaa argachiisu

Rasuulli S.A.W guyyaa jumu'aakeessatti salawaata narratti buusuu daneessaa/heddummeessaa waan jedhaniif nutis isaanirtatti haabuufnu


☪Bareedina islaamummaa dan repost
(اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺ وَبَارِك

ﷺْ عـلـى ﷺ نَبِيِّنَـــا ﷺ مُحــمَّد
┊┊┊┊💌ﷺﷺﷺﷺﷺ

┊┊┊┊💌ﷺﷺﷺﷺﷺ

┊┊┊💌ﷺﷺﷺﷺﷺ

┊┊💌ﷺﷺﷺﷺﷺ

🍃:::::::JUMU'AA NAGAYAA:::::::::🍃

ISINIS WAAN ASII GADII KANA TUQUUN GAHEE KEESSAN BAHADHAA
👇👇👇👇👇👇👇









20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

488

obunachilar
Kanal statistikasi