Jamatul Towhid dargagoo muslim


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Channel kana join godhaa
@Asmorif_bot
📩Yaadaaf⤵️ @Firomsa1442

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


★yaadachiisa
Gaaffii fi deebiin har'a galgalaa sa'aatii 1:00tti ni jira.n
√Namni kamiiyyuu hirmaatuu dandeessu.

Gaaffii ykn yaada yoo qabaattan asiin gaafadhaa👇
@Asmorif_bot


#Seenaa_bashannansiistuu

#Nugusa_Qaroo_fi_Namticha_Qaroo_tokko.

➛Namtichatu mooticha tokko bira deemee walaloo afaan Arabaa takka dhiheesseefii jennaan,mootichi akka malee dinqisiifatee akkana jedheen jedhan;

🎅#Nugusa;Yoo hajamte Waan barbaadde na gaafadhu.
👤#Namticha;waan an barbaade ima naa kennitaa..?

🎅#Nugusa;Eeyyan siif kenna.
👤#Namticha;Diinaara hanga ani laakkofsa isaa Qur’aana keessatti maqaa dhahee akka naaf kennitu barbaada.

🎅#Nugusa;Hayyee jaaladhe.
👤Namticha(weellisaa);Rabbiin Qur’aana isaa keessatti akkana jedha;
"وإلهكم إله واحد"

🎅#Mooticha;Diinaara tokko kenneef.
👤#Namicha;Ammas Rabbiin Qur’aana keessatti akkana jedhe;
"ثاني أثنين إذ هما في الغار"

🎅#Mooticha(Nugusa);Diinaara lama baasee kenneef.
👤#Namticha;Ammas aayata Qur’aanaa tana qara'e;
"لا تقولوا ثلاثة انتهوا خيرا لكم"

🎅#Nugusa;Diinaaara Sadi kenneef.
👤#Namicha;Ammas Aayata Qur’aanaa tana qara'e;
"ولا ثلاثة إلا هو رابعهم"

🎅#Nugusa;Diinaara Afur ajajeef.
👤#Namicha;Aayata tana qara'e;
"ولا خمسة إلا هو سادسهم"

🎅#Nugusa;Diinara Shanii fi jahas kenneef.
👤#Namicha;Ammas Aayata akkana jettu qara'e;
"الله الذي خلق سبع سموات"

🎅#Nugusa;Diinaarii torba kenneef.
👤#Namicha;Aayata akkana jettu qara'e;
"ويحمل عرش ربك فوقهم يومئذ ثمانية"

🎅#Nugusa;Diinara saddeetii kenneef.
👤#Namicha;Aayata tana qara'eef;
"وكان في المدينة تسعة رهط يفسدون في الأرض"

🎅#Mooticha;Diinaarii Sagal kenneef.
👤#Namicha;Aayata tana qara'eef;
:"تلك عشرة كاملة"

🎅#Mooticha;Diinaara kudhan baasee kenneef.
👤#Namicha;Ammas Aayata akkana jettu qara'e;
"إني رأيت أحد عشر كوكبا"

🎅#Mooticha;Diinaara kudhatokko baasee kenneef.
👤#Namicha;Ammas aayata tana itti qara'e;
"إن عدة الشهور عند الله اثنا عشر شهرا في كتاب الله"

🎅#Mooticha;Diinaarii kudhalamaa baasee kenneef.
🎅Mooticha;Dachaa waan amma qara'ee kana kennaafii as keessaa ari'aa jedheen.

👤#Namicha;maalan balleesse mootii koo?akkanatti waliif gallee sila?
🎅#Booda Aayata tana natti qara'ittaaf si sodaadhe jedheen;
"وأرسلناه إلى مائة ألف أو يزيدون"
(#Kuma_Dhibbaa_fi_achii ol)jetti aayaan Qur’aanaa.
😁😁😂😂😂
#Qarri_Qara_hin_muru
Share godhaa👇

📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Nasrumedia_bot

Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Nasru_ddiin
@Saalawata_busaa


Forward from: Firomsa Adam
Guyyaa Juma'aa tokko akka tasaa tahee imaamni masjidaa khuxbaarraa turraan Tiraafikni (Traffic Police) tokko ka'ee #MINBARA irra bahe.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

🎙Tiraafikichis Afaan hojii isaatin khuxbaa eegale.

☆ " Yaa ilmaan Namaa! Hayyama imaana keessanii
haaroymfadhaa!

☆ Qabattoo sodaa rabbii hidhadhaa !

☆ Saffisa Dilii dalaguu hir'isaa !

☆ Niyyaan teessan akka qulqulluu taate mirkaneeffadhaa !

☆ Matoora qalbii teessanii qulqulleeysaa !

☆ Mallatoolee Ifaa Qur'aanaa hordofaa !

☆ Karaa Diin gubbaa imala keessan godhaa !

☆ Fuul dura keessan iddoo sakata'insaa (Fittashaa) jabduutu jira. Namni waa balleesse dhufe adabbiin isaa ibidda jahannam
tahuutu mala. "

Jachuun Gorsa isaa xumuree bu'e ! #mayafb


Forward from: Nuuralhudaa
Warra har'a duniyaa irratti aayaata Rabbii irraanfate Rabbiinis boru aakhiratti Azaaba keessatti isaan irraanfata.

Rabbiin Subhaanahu Wata'aalaa akkana jedha:- “Nama na yaadachuu dhiisee narraa gara gale, jiruu gadadoo dhiphootu isaaf jira. Guyyaa Qiyaamaatis ija ballaa goonee isa kaasna”

Hoggaa tana innis Rabbiin akkana jedha:- "Duraan addunyaarratti ijaan arguun ture maalif ballaa na gootee na khaasta?"

Rabbiinis deebi'ee akkana jedhaan :- "Aayanni kheenya sitti dhuftee atis irraanfattee dhiiste, Duuba atis akkasumatti arra ibidda azaabaa kheeysatti irraanfatamtee dhiifamta"

وَمَنْ أَعْرَضَ عَنْ ذِكْرِي فَإِنَّ لَهُ مَعِيشَةً ضَنْكًا وَنَحْشُرُهُ يَوْمَ الْقِيَامَةِ أَعْمَى (124) قَالَ رَبِّ لِمَ حَشَرْتَنِي أَعْمَى وَقَدْ كُنْتُ بَصِيرًا (125) قَالَ كَذَلِكَ أَتَتْكَ آيَاتُنَا فَنَسِيتَهَا وَكَذَلِكَ الْيَوْمَ تُنْسَى (126)

Suuratu Xaaha Aayata 124 - 126


Forward from: Firomsa Adam
Namni Muslima hin taane hundi ibidda seenaa?

Qophii: Ustaz Abdul Jabbaar Aliyi

Tun gaafii namni hedduun gaafatuufi haalaan barbaachiftu. Deebii armaan gaditti dubbifadhaa.


Yaa RABBI!! Waan ati nurratti murteessite maaltu beekha ?

ILAAHII! Salphina addunyaaf aakiraa nu baasi.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
(...وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌ مَّاذَا تَكۡسِبُ غَدًاۖ وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌۢ بِأَىِّ أَرۡضٍ تَمُوتُۚ.....) Luqman 34
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
*Lubbuun takkalleen, waan boru dalaydu waan gaari'imoo,waan hamtu'uu hin beytu, kan san beekhu rabbi qofa kan nama tokko hin beysisin.

*Lubbuun takkalleen dachii itti duutu, hin beytu, kan san beeku rabbii tokkicha,
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ @Saalawata_busaa


Yaa RABBI!! Waan ati nurratti murteessite maaltu beekha ?

ILAAHII! Salphina addunyaaf aakiraa nu baasi.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
(...وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌ مَّاذَا تَكۡسِبُ غَدًاۖ وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌۢ بِأَىِّ أَرۡضٍ تَمُوتُۚ.....) Luqman 34
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
*Lubbuun takkalleen, waan boru dalaydu waan gaari'imoo,waan hamtu'uu hin beytu, kan san beekhu rabbi qofa kan nama tokko hin beysisin.

*Lubbuun takkalleen dachii itti duutu, hin beytu, kan san beeku rabbii tokkicha,
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩


munaafiqoota

Mallattoo munaafiqoonni ittiin beekkaman..27.
Qur'aanaafi hadiisa keessatti dubbatamee jiru.

1⃣ maradul qalbi(dhukkuba qalbiiti).
Akka ibnul qayyim
Ibsetti dhibee shahwaatiifi shubuhaatu(dhukkuba fedhii lubbuu jalakaatuun dhufuufii kan waan walfafakkaatu hordofuun dhufutu qalbii jaraa halaake jedhe.
Kanaafuu rabbi aayaa isaa keessatti akkana jedhe:
(فى قلوبهم مرض فزادهم الله مرضا..)
"Qalbiwwan jaraa keessa dhukkubatu ture isarratti ammas rabbi dhibee eda'eefi.." .
Jedhe.
2⃣ maradu ashahwaaniyyi(dhibee fedhii dubartiiti.
Rabbi akkana jedhe:
(فلا تخضعن بالقول فيطمع الذى فى قلبه مرض..).
Yaadubartoota sagalee keessan hedduu gadi hin ajjeesinaa inni qalbii isaa keessa dhukkubni shahwaa jiru waan hin taane isinitti yaadaa" .

3⃣ ofguddisuu boona barbaaduu.
Rabbi akkana jedheen
(وإذا قيل لهم تعالوا يستغفرلكم رسول الله لووا رؤوسهم ورأيتهم يصدون وهم مستكبرون).
Walumaa gala waan isaaniin jedhame wanti isaan hinfudhanneefi sababa ofguddisuufii boonuun qalbii isaanii keessa jiruufi jechuudha.

4⃣ aayata rabbiitti qalladuufi qishinaa godhuudha
Inni egaa kufrii irraayyi.
Rabbi akkana jedhe:
(يحذرالمنافقون أن تنزل عليهم سورة تنبئهم بما فى قلوبهم قل استهزئواإن الله مخرج ماتحذرون).
" munaafiqoonni suuraan dhibee waan qalbii jaraa keessa jiru himtu buufamuu jibbuu ati jedhiin qishinaa keessan godhaa isin rabbi waan isin sodaataa jirtan gadibaasuu hin ooluutii" .
5⃣ mu'umintootatti qishinaa godhuu.
6⃣ akka namni karaa rabbii irratti hin kennanne taasisuu.
Bifa addaaddaatiin.
7⃣ ofii gowwaa ta'anii osoojiranuu mu'umintoota goyyoomsuu yaaluu.
8⃣ kaafira aantee godhachuu.
9⃣ mu'umintootatti (diinal islaamitti hamtuu eeguu keessaan baduu isaa hawwuu.
1⃣0⃣Rabbi ganuufii ibaadaa irraa laafuu(taatiyaa'uu.
(يخادعون الله وهو خادعهم وإذا قاموا إلى الصلاة قامواكسالى).

1⃣1⃣ Asis achis fakkaachuu
Kufriifi iimaana jidduu fafakkeessuun deemuu.
(مذبذبين بين ذلك لا إلى هؤلاء ولا إلى هؤلاء..).
" isaan jiddu adeemtuudha.
Achis hinjiranu asis miti.
Beekkumsa irratti ta'anii mu'umintootaa waliin hinyaamamne wallaaluma irratti ta'aniis mushriktootaa irraa hin lakkaa'amne.
Isaan jidduutti haftoota.
1⃣2⃣ mu'umintoota ganu.
(يخادعون الله والذين آمنوا).
1⃣3⃣ murtee rabbiifi rasuulaa irra
Kan xaaguutaatti murteeffatu.
Qur'aanaaf hadiisa caala murtee addunyaa amanu.
1⃣4⃣ mu'umintoota adda facaasuufi bittinneessuu irratti dalagu.
(وفيكم سماعون لهم).
Rabbi akkana jedhe:
"Isin keessa taa'aniiti jaraaf dhaggeeffatu".

1⃣5⃣ soba kakachuun sodaafii jarjarri amala isaaniiti.
(يحلفون بالله لكم ليرضوكم).
"Sobaniiti isiniif kakatu akka isin hojii isaanii jaalattanuuf" .

1⃣6⃣ waan hin dalaginitti akka waan hojjatanii fakkeessanii faarfamuufi jajamuu jaalatu.
(ويحبون أن يحمدوا بمالم يفعلوا).
1⃣7⃣dalagaa khayrii namni hojjate bifa tuffii fakkeessanii arrabsu.
(ومنهم من يلمزك فى الصدقات..).

1⃣8⃣ waan sadarkaa qaburra
Wanta gadi aanaa filatu.
Kanaafuu teessoon isaanii ibidda keessatti isa gadii ta'e.
(وقالوا ذرنانكن مع القاعدين)
(وقيل اقعدوامع القاعدين).
1⃣9⃣ waan hintaanetti ajajuufi waan gaarii irraa dhorkuun amala isaaniiti.
(المنافقون والمنافقات بعضعم من بعض يأمرون بالمنكروينهون عن المعروف..).
2⃣0⃣ daandii rabbii irratti qabsaahuu jibbu irraa hafus.
(وكرهوا أن يجاهدوا بأموا لهم وأنفسهم فى سبيل الله).
2⃣1⃣oduu kijibaa facaasuufii jidduu ummataa olola oofuun amala isaaniiti.
(والمرجفون فى المدينة).
2⃣2⃣ khayrii irraa duuba hafuun
Eddoo barbaachisaatti namarraa dhokatanii hafuun aadaa jaraati.

2⃣3⃣ wagguu mu'umintoonni miidhaman gammachuu isaaniiti.
(ودُّوا ماعنتم).
2⃣4⃣ amaanaa ganu yoo dubbatan nikijibu yoo nama himatan dubbii dabsaniiti.
2⃣5⃣ salaata yeroo isheerraa baasanii salaatu.
( الذين هم عن صلاتهم ساهون).
2⃣6⃣ eddoo salaatul jamaa'aa irraa baqatu.
2⃣7⃣ waan rabbi dhorke caqasuufii ilaaluun hojii yeroo maraati isaaniif.


firomsa Adam
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️

@Saalawata_busaa
@Saalawata_busaa
@Saalawata_busaa
@Saalawata_busaa




☞ ተውሂድ ማለት በቋንቋ አንድን ነገር ብቸኛ ማድረግና መነጠል ሲሆን ሃይማኖታዊ ትርጉሙ ደግሞ አላህን በሶስቱ የተውሂድ አይነቶች ማለትም፡-

Tawhiida jechuun akka lugaa Afaan arabiitti jecha ‘wahhada’ jedhamu irraa fudhatame. Wahhadaa jechuun tokkochoomse ykn tokko taasise jechuu dha.

ተውሂድን በቀላሉ በ 𝑵𝖚𝖚𝖗𝖆𝖑 𝓲𝖘𝖑𝖆𝖒

Tawhiidaa karaa salphan 👁Jamatul Towhid dargagoo muslim irratii.......................

@Saalawata_busaa


╔╦╦╦═╦╗╔═╦═╦══╦═╗
║║║║╩╣╚╣═╣║║║║║╩╣
╚══╩═╩═╩═╩═╩╩╩╩═╝
👉The Best Channel On
Telegram ‼️

┏━━━━━━━━┓
🌷Seenaa Muslimoota Itoophiyaa. 🌹
┗━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━┓
🌹Seenaa Najjaashii🌹
┗━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━┓
🌹 Seenaa Imaamu Ahmad 🌹
┗━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━┓
🌹 Walaloowwan 🌹
┗━━━━━━━━━┛


┏━━━━━━━━━━━┓
🌹 Odeeffannoo 🌹
┗━━━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━┓
🌹 Jechoota Hayyootaa 🌹
┗━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━━┓
🎁 Gaaffii fi deebii 🎁 🎁
┗━━━━━━━━━━┛
🌹.join
Yaddaa yoo qabatan asiin nuu qunama 👉@Asmorif_bot

Channel keenya join godhaa
🍃🍃🍃🍃
@AniMuslima
@AniMuslima
🍃🍃🍃🍃
@Ahkalaq_gaarii
@Ahkalaq_gaarii
🍃🍃🍃🍃🍃
@Saalawata_busaa
@Saalawata_busaa
🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂


:
@Asmorif_bot

🍃➖➖بسم الله ﻭﺍﻟﺼﻼﺓ ﻭﺍﻟﺴﻼﻡ ﻋﻠﻰ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﷺ ﻭﺑﻌﺪ السلام عليكم ورحمة اللة وبركاته➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
➖🍂 Ajrii guddaa xaarii xiqqaan🍃➖

① Nabiﷺ jedhan: Namni guyyaa guyyaan salawaataa 1000 jedhe jannataan gammachiifamu malee hin hafu.

②Nabiﷺ jedhan: Namni guyyaa guyyaan salawaataa 100 narratti buuse rabbiin hajaa isaa 100 isaaf baasa 70 aakiratti 30 dunaayaa irratti.

③Nabiﷺ jedhan ; Namni yeroo bariisifatuufii dhiisifatu salawaata kudhan kudhan narratti buuse shafaa'aa tiyya guyyaa qiyaamaa argata.

④Nabiﷺ jedhan: Namni salawaataa tokko narratti buusee rabbiin salawaata yeroo 10 irratti buusa, zambii 10 irraa haqa, ammas sadarkaa 10 ol isa kaasa.

⑤Nabiﷺ jedhan; Namni tokko salaama naan jedhee hin dhiisu rabbiin ruuhii natti deebisee salaama jalaa qabu malee.

♻️ hayyee maal eegaa jirra obboli....mara dadhabdu garii keessaa qabadhu rabbi nuu haa laaffisu.

❤️salawaata haa baay'ifnu, keeyrii haa dalagannu ofii ammoo iklaasaan ta'uu qaba.

🍃share osoo gootee hoo obboleessa keetii sadaqaa jaariyaa ati hin beekne tan guyyaa qiyaamaa baay'atte dhuftu sii taati.

➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
🍃✍ @Asmorif_bot 🍃
🍃✍🏻 @Saalawata_busaa 🍃
➖ ➖➖➖➖➖➖➖➖➖


Firomsa Adam
Please tell us what you think about Telegram's preview for the URL:
telegra.ph/AL-RISALA-TUBE-03-01-3 @Saalawata_busaa @Saalawata_busaa




:
Firomsa Adam
☆Gaaffiif deebii marsaa 4 ƒƒαa


🔎[11] Rasuulli sallallaahu aleyhi wassalam furtuu ka'abaa banii kamiif kenne?

#A| banii Haashim
#B| banii abdi-manaaf
#C| banii Xalhaa
#D| banii usfaan

🔎[12] Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallim Fatwaa hedduu godhe, Sanirraa:
Haraamummaa gurgurtaa:
#A| Farshoo #B| Waan Ifiin du’e
#C| Karkarroo #D| Taaboota #E| hundaa

🔎[13] Nabiyyiin Sallallaahu aleeyhi wasallam
akkana je’een: “Namni mana_____ seene nagaya bahe, namni Masjida seene nagaya bahe, Namni hulaa Isaa ifirratti cufate nagaya bahe.”

#A| Usmaan ilma xalhaa
#B| Abbaa suufiyaan
#C| Amr bin Saalim
#D| ibni waliid

🔎[14] ____Inni nama
booddee/xumura gama Madiinaatti hijiraa godhuuf deemaa ture.

#A| Abuu zarri #B| Qataadaa
#C| Sa'ad bin waqqaas
#D| Abbaas bin Abdu Al-Muxxalib

🔎[15] Waraanni guddaan kan eega Nabiyyummaatii
walitti qabame?

#A| 10,000 #B| 100,00
#C| 2000 #D| 20,000

🔎[16] Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam Injifannoo Guddoof qophii
jalqabe. Rasuulli sallallaahu Aleeyhi wasallam: “Yaa Rabbi.____"
Jechuun eegalee du'aa'ii lama jabduu Rabbin kadhate.

🔎[17] Fathii makkaa jechuun maali? gabaabinaan ibsa? .

〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🔎[18] Namni Yeroo Duraaf Amiira Mu’mintootaa Jedhame Eennu ?

A. Usmaan Ibn Affaan
B. Abu Bakr Al Siddiiq
C. Umar Ibn Kaxxaab
D. Aliyy Ibn Abii Xaalib
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰

🔎[19] ⃣Lolli Guddaan Jidduu Sahaabaa Fi Ummata Ruum Jiddutti Gaggeeffame , Kan Isa Keessatti Hoggantoonni Islaamaa Sadaan Keessatti Wareegaman Lola Kami ?

A. Lola Uhud B. Lola Hunaynii C. Lola Tabuuk D. Lola Muu’taa
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰

🔎[20] ⃣Lolli Badrii Suuraa Kan Keessatti Waa’een Isaa Ibsame ?

A. Suuraa Towbaa
B. Suuraa Anfaal
C. Suuraa Maa’idaa
D. Suuraa Ahqaa
〰〰〰〰〰〰〰〰〰




※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
※⏳yeroon debbiin itti xummuramtuu salata subbii irrattii .


※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
※ 💡Hirmaannaa gaarii💡
📮deebii keessan kan asumartii irratti deebisaa.⤵️


🌷 Ni beeytaa ?🌷

👉 Nabiyyiin haga ammaa hin du'in nabiyallah Issaa(A.S) Akka tahe.
👉 Nabiyyiin yeroo jalqabaatiif habaleedhaan lole Nabiyyallah Ibraahim(A.S) akka tahe.
👉 Osoo dachii fi samiin hin uumanin bishaan akka Arshii ba'achuu ture.
👉 Masjiidni kuufaa masjiida Imam Aliyyi ibnu abi xaalib(R.A) kheeysatti shahiide tahuu.
👉 Nabiyyiin ruhiin isaa samii kheysatti irraa fuudhamte nabiyallaah Idris(A.S) akka tahe.

👉 Suuratul Sajadaa yeroo qaraatu sheeyxanni akka booyu ni beytaa?
👉 Umaan yeroo jalqabaatiif ka'baan xawaafte Malaykaa tahuu ni beytaa?
👉 Daa'iin islamaa khan jalqabaa Mus'ab binu umeyrii (R.A) tahuu ni beytaa?
👉 Namni yeroo jalqabaatiif dabtara/galmee mootummaaf hojjate nabiyallah Yusuf(A.S) tahuu ni beytaa?
👉 Afran gadameysaan dubartii hin ba'atin ni beytaa?
1) Nabiyallaah Adam(A.S).
2) Haawa
3) Hoolaa fidaa Nabiyallaah Ismaa'il(A.S) tahe.
4) Gaala Nabiyallaah Saalih(A.S).
👉 Malaykaan yeroo jalqabaatiif -SUBHANA RABBIYAL A'ALAA- ja'e Israafil(A.S) tahuu ni beytaa?
👉 Namni yeroo jalqbaatiif qalamaan barreysee, jihaadas godhe nabiyallaah Idriis(A.S) tahuu ni beytaa?
👉 Namni jummataan,  -JUMMATA- ja'ee moggaase ka'ab binu lu'yii tahuu ni beytaa?
👉 Nama du'aa'ii obboleysaatiin nabiyyii tahe Nabiyallaah Haruun(A.S) akka tahe ni beytaa?
👉 Saahibticha du'a isaatiif arshiin sossoote -SA'AD IBNU MU'AAZ- tahuu ni beytaa?

👉 Ati nama barreeyfama khana dubbisee fixe tahuu if beeytaa? 😂


👉JOIN US👇👇
@Ahkalaq_gaarii @Saalawata_busaa @Saalawata_busaa


Forward from: Afaan arab Bőŧ
Nabii muhammad (sa wa ) ni jaalattuu
👍 Eeyyen yoo ta'ee deebiin keessan 👇 👂


Forward from: Sano - Haji
◽Beeksisa chaanaalotaa torbaanitti yeroo lama isin bira gahuudha. Akka isinii beeksifnuu fi waliin hajjannuuf asiin @SanoHaji nu qunnamaa. Kanneen asii gadii itti dhihaadhaa, fayyadamaa ta'aa! 👇👇👇#J_O_I_N!
.
@SanoHaji7
.
@barnotais
.
@Deenstars
.
@Fazakkir
.
@Kamela8462
.
@dureeMuktaar
.
@Almiftah_Tube
.
@HadithOfficial
.
👉👉@Afaanarab
.
@GaaddisaTokkummaaIslaamaa


Forward from: زاد الآخرة
🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸
🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸
(((((((((AS WR WB))))))))

✍ Akkam jirtan nagayaa ?
Harra ammoo oduu gammachiisaadhaan isiniif dhufnee jirra. Channels bebbeekamoo barnoota gaggaarii ittiin arggattan qabannee akka armaan gadiitti isiniif dhiheessinee jirra Kan feetan filadhaa yaada keessan @Almiftahtubebot Kan jedhuun nuqaqqabsiisa.


Masha allah jzk share waliif godhaa

20 last posts shown.

69

subscribers
Channel statistics