Ani Muslimaa Dawwa Group


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified



Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Forward from: Jamatul Towhid dargagoo muslim
★yaadachiisa
Gaaffii fi deebiin har'a galgalaa sa'aatii 1:00tti ni jira.n
√Namni kamiiyyuu hirmaatuu dandeessu.

Gaaffii ykn yaada yoo qabaattan asiin gaafadhaa👇
@Asmorif_bot


Guyyaa Juma'aa tokko akka tasaa tahee imaamni masjidaa khuxbaarraa turraan Tiraafikni (Traffic Police) tokko ka'ee #MINBARA irra bahe.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

🎙Tiraafikichis Afaan hojii isaatin khuxbaa eegale.

☆ " Yaa ilmaan Namaa! Hayyama imaana keessanii
haaroymfadhaa!

☆ Qabattoo sodaa rabbii hidhadhaa !

☆ Saffisa Dilii dalaguu hir'isaa !

☆ Niyyaan teessan akka qulqulluu taate mirkaneeffadhaa !

☆ Matoora qalbii teessanii qulqulleeysaa !

☆ Mallatoolee Ifaa Qur'aanaa hordofaa !

☆ Karaa Diin gubbaa imala keessan godhaa !

☆ Fuul dura keessan iddoo sakata'insaa (Fittashaa) jabduutu jira. Namni waa balleesse dhufe adabbiin isaa ibidda jahannam
tahuutu mala. "

Jachuun Gorsa isaa xumuree bu'e ! #mayafb


Forward from: Nuuralhudaa
Hanqinna (eybii) namaa hordofuun dhoorka!

Ergamaan Rabbii (s.a.w) akkana jechun gorsa dabarsaniiru :

“Isin Yaa warroota arraba keessaniin amantanii fi iimaanni onnee keessanitti gadi hin seenne hoo! Muslimoota hin hamatinaa. Hanqinna (eybii) isaaniis hin hordofinaa. Isaannan(warra) hanqinna (eybii) hordofan Rabbiin hanqinna isaanii ni hordofa. Warreen hanqinna isaanii Rabbiin hordofe immoo mana isaaniittiyyuu yoo ta'an isaan saaxila.”
(Abuu Daawuudi gabaase)


Forward from: Firomsa Adam
Namni Muslima hin taane hundi ibidda seenaa?

Qophii: Ustaz Abdul Jabbaar Aliyi

Tun gaafii namni hedduun gaafatuufi haalaan barbaachiftu. Deebii armaan gaditti dubbifadhaa.


Forward from: Jamatul Towhid dargagoo muslim
Yaa RABBI!! Waan ati nurratti murteessite maaltu beekha ?

ILAAHII! Salphina addunyaaf aakiraa nu baasi.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
(...وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌ مَّاذَا تَكۡسِبُ غَدًاۖ وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌۢ بِأَىِّ أَرۡضٍ تَمُوتُۚ.....) Luqman 34
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
*Lubbuun takkalleen, waan boru dalaydu waan gaari'imoo,waan hamtu'uu hin beytu, kan san beekhu rabbi qofa kan nama tokko hin beysisin.

*Lubbuun takkalleen dachii itti duutu, hin beytu, kan san beeku rabbii tokkicha,
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ @Saalawata_busaa


Yaa RABBI!! Waan ati nurratti murteessite maaltu beekha ?

ILAAHII! Salphina addunyaaf aakiraa nu baasi.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
(...وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌ مَّاذَا تَكۡسِبُ غَدًاۖ وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌۢ بِأَىِّ أَرۡضٍ تَمُوتُۚ.....) Luqman 34
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
*Lubbuun takkalleen, waan boru dalaydu waan gaari'imoo,waan hamtu'uu hin beytu, kan san beekhu rabbi qofa kan nama tokko hin beysisin.

*Lubbuun takkalleen dachii itti duutu, hin beytu, kan san beeku rabbii tokkicha,
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩


☞ ተውሂድ ማለት በቋንቋ አንድን ነገር ብቸኛ ማድረግና መነጠል ሲሆን ሃይማኖታዊ ትርጉሙ ደግሞ አላህን በሶስቱ የተውሂድ አይነቶች ማለትም፡-

Tawhiida jechuun akka lugaa Afaan arabiitti jecha ‘wahhada’ jedhamu irraa fudhatame. Wahhadaa jechuun tokkochoomse ykn tokko taasise jechuu dha.

ተውሂድን በቀላሉ በ 𝑵𝖚𝖚𝖗𝖆𝖑 𝓲𝖘𝖑𝖆𝖒

Tawhiidaa karaa salphan 👁Jamatul Towhid dargagoo muslim irratii.......................

@Saalawata_busaa


: 💌 Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatu jaalalloowwan koo hundi nagaafii rahmanni rabbii isiniif hajiraatuu jechaa waamicha ykn gahee amantaan koo islaamummaan narraa qabu isiniin gahuun barbaada innis waamicha gara barnootawwan dursuu qaban kan akkaan barbaachiisoo tahan kan isiin maletti amantaan keenyaa fi dalgaan amantaa keenyaa dhaabbachuu ykn qeebalamuu indandeenye barnoonni sunis maali yoo jettan kunoo kanneen gadii kana ⤵️ 👇

➡️ Barnoota Toohidaa

➡️ Barnoota Aqiidaa

➡️ Barnoota waa'ee iimaana

➡️ Barnoota Seenaa/siiraa

Obboloowwani fi obboleettin koo hundi akka gama barnoota kanaa dhuftanii barattan hiriyoottan keessanis garas affeeruun ykn ergaa keenya kana shear forward gochuun Gahee amantaan keessan isinirraa qabu bahadhaa isiniin jenna

⤵️ kan gadii kana tuqaa👇


@AniMuslima

@BarnootaSiiraa

@SIIRAATUL_RASUULI
@Nural_Jannaha
@HAAYATUL_SAHABA


Assalaamu aleykum warhmatullahi wabarakaatuhu
🍫🍫🍫🍫🍫🍫🍫🍫🍫🍫🍫

Islaamummaan maal narraa barbaada???

Islaamuummaan maali???

Islaamummaaf maal gochuun qaba???

Ani hangam takka diinii koof jecha of qopheyseen jira???? @Nural_Jannaha @Nural_Jannaha


╔╦╦╦═╦╗╔═╦═╦══╦═╗
║║║║╩╣╚╣═╣║║║║║╩╣
╚══╩═╩═╩═╩═╩╩╩╩═╝
👉The Best Channel On
Telegram ‼️

┏━━━━━━━━┓
🌷Seenaa Muslimoota Itoophiyaa. 🌹
┗━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━┓
🌹Seenaa Najjaashii🌹
┗━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━┓
🌹 Seenaa Imaamu Ahmad 🌹
┗━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━┓
🌹 Walaloowwan 🌹
┗━━━━━━━━━┛


┏━━━━━━━━━━━┓
🌹 Odeeffannoo 🌹
┗━━━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━┓
🌹 Jechoota Hayyootaa 🌹
┗━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━━┓
🎁 Gaaffii fi deebii 🎁 🎁
┗━━━━━━━━━━┛
🌹.join
Yaddaa yoo qabatan asiin nuu qunama 👉@Asmorif_bot

Channel keenya join godhaa
🍃🍃🍃🍃
@AniMuslima
@AniMuslima
🍃🍃🍃🍃
@Ahkalaq_gaarii
@Ahkalaq_gaarii
🍃🍃🍃🍃🍃
@Saalawata_busaa
@Saalawata_busaa
🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂


Forward from: Jamatul Towhid dargagoo muslim
Firomsa Adam
Please tell us what you think about Telegram's preview for the URL:
telegra.ph/AL-RISALA-TUBE-03-01-3 @Saalawata_busaa @Saalawata_busaa


Forward from: Sano - Haji
◽Beeksisa chaanaalotaa torbaanitti yeroo lama isin bira gahuudha. Akka isinii beeksifnuu fi waliin hajjannuuf asiin @SanoHaji nu qunnamaa. Kanneen asii gadii itti dhihaadhaa, fayyadamaa ta'aa! 👇👇👇#J_O_I_N!
.
@SanoHaji7
.
@barnotais
.
@Deenstars
.
@Fazakkir
.
@Kamela8462
.
@dureeMuktaar
.
@Almiftah_Tube
.
@HadithOfficial
.
👉👉@Afaanarab
.
@GaaddisaTokkummaaIslaamaa


Forward from: زاد الآخرة
🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸
🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸
(((((((((AS WR WB))))))))

✍ Akkam jirtan nagayaa ?
Harra ammoo oduu gammachiisaadhaan isiniif dhufnee jirra. Channels bebbeekamoo barnoota gaggaarii ittiin arggattan qabannee akka armaan gadiitti isiniif dhiheessinee jirra Kan feetan filadhaa yaada keessan @Almiftahtubebot Kan jedhuun nuqaqqabsiisa.


السَّـــــــــلاَم عَلَيــْـــــــكُم وَرَحْمَــــــــــةُاللهِ وَبَرَكـَـــــــــاتُه❣
Yāā ūmmāātā ñābii mūhāmmād《ﷺ》

♻️Ergaaman Rabbiiﷴﷺakkana jedhanii
==>Zamana takka dhufa khan loollii keessa
heedumatu
==>Zamana takka dhufa khan ummata kiyya
Keessa khush'unii dhabamu
==>Zamana takka dhufa khan duuti #dingatafi
soosohiinsi #dachii hedumaatu
==>Zamana takka dhufa khan namani musilimaa bekhuurrti malee hin #salaamanne

Yaa Ergaaman Rabbiiﷴﷺ yoomi zamanni
Khun dhufa ja'anii gaafatanii.
Ergaamaan RabbiiﷴﷺAkhrii zamaan dhufa
Yeroo waan khan agartan #Qiyaama
eega ja'e yaa Rabbii najaa nuu basii☝🏾😭

Zamana amma keessa jiru khan fakkataa😭

.💌Join💌 Join 💌Join 💌👇
✯••┈┈┈┈••✦❤️✦••┈┈┈┈••✯ @Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️ @Saalawata_busaa❤️ @Saalawata_busaa❤️ @Saalawata_busaa❤️



Firomsa Adam
Qura'aana qara'aa qura'aanni guyyaa qiyaamaa manguddummaa Rabbi biratti namaaf dhaabbataa"
ja'an Nabi Muhammad ﷺ

(muslimii Odeesse )

@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️


🍂❂͟͞f͟͞a͟͞z͟͞z͟͞a͟͞k͟͞k͟͞i͟͞r͟͟͞͞/͟͞y͟͞a͟͞a͟͞d͟͞a͟͞c͟͞h͟͞i͟͞i͟͞s͟͞i͟͞❂


🌰Dubbiin islaamaa tuni Ajaa'ibuma bar.wanti hunduu isaaf keeyrii.
-Gaafaa waan gaarii argate rabbiif shakkara, shakkaruu isaatiif ajrii itti argata.
-Gaafa waanti hamaan isa qunnames,
rabbumatti obsa ammas rabbii isaa irraa ajrii itti argata obsuu isaa saniif.


🌰kan bal'oo fiduu fi rakkoo kaasullee rabbuma: wanti sirra gahe hundumtuu waan rabbiin sitti ajaje, wanti si jala darbee ammoo kan siif qaddarame hin turre.

🌰Wanti hunduu yeroo isaatiin tola: Sadaqaa ariifadhaa kennaa. Yeroo(zamana) namni tokko sadaqaa isaa qabatee wajjiin olii gad dhama'uutu dhufa. Gara nama tokko deemuun sadaqaa isaa akka irraa fuudhu yoo gaafatu osoo kalee dhuftee silaa sirraa fuudha har'a garuu hin barbaaduu jadhaan.
@Saalawata_busaa
@Saalawata_busaa
@Saalawata_busaa
@Saalawata_busaa




🌷 Ni beeytaa ?🌷

👉 Nabiyyiin haga ammaa hin du'in nabiyallah Issaa(A.S) Akka tahe.
👉 Nabiyyiin yeroo jalqabaatiif habaleedhaan lole Nabiyyallah Ibraahim(A.S) akka tahe.
👉 Osoo dachii fi samiin hin uumanin bishaan akka Arshii ba'achuu ture.
👉 Masjiidni kuufaa masjiida Imam Aliyyi ibnu abi xaalib(R.A) kheeysatti shahiide tahuu.
👉 Nabiyyiin ruhiin isaa samii kheysatti irraa fuudhamte nabiyallaah Idris(A.S) akka tahe.

👉 Suuratul Sajadaa yeroo qaraatu sheeyxanni akka booyu ni beytaa?
👉 Umaan yeroo jalqabaatiif ka'baan xawaafte Malaykaa tahuu ni beytaa?
👉 Daa'iin islamaa khan jalqabaa Mus'ab binu umeyrii (R.A) tahuu ni beytaa?
👉 Namni yeroo jalqabaatiif dabtara/galmee mootummaaf hojjate nabiyallah Yusuf(A.S) tahuu ni beytaa?
👉 Afran gadameysaan dubartii hin ba'atin ni beytaa?
1) Nabiyallaah Adam(A.S).
2) Haawa
3) Hoolaa fidaa Nabiyallaah Ismaa'il(A.S) tahe.
4) Gaala Nabiyallaah Saalih(A.S).
👉 Malaykaan yeroo jalqabaatiif -SUBHANA RABBIYAL A'ALAA- ja'e Israafil(A.S) tahuu ni beytaa?
👉 Namni yeroo jalqbaatiif qalamaan barreysee, jihaadas godhe nabiyallaah Idriis(A.S) tahuu ni beytaa?
👉 Namni jummataan,  -JUMMATA- ja'ee moggaase ka'ab binu lu'yii tahuu ni beytaa?
👉 Nama du'aa'ii obboleysaatiin nabiyyii tahe Nabiyallaah Haruun(A.S) akka tahe ni beytaa?
👉 Saahibticha du'a isaatiif arshiin sossoote -SA'AD IBNU MU'AAZ- tahuu ni beytaa?

👉 Ati nama barreeyfama khana dubbisee fixe tahuu if beeytaa? 😂


👉JOIN US👇👇
@Ahkalaq_gaarii





20 last posts shown.

34

subscribers
Channel statistics