Nural Imana Dawwa Centar


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


..........╔╦╦═╦═╔╦═╦═╦═╗.....…
🌟Nural Imana Dawwa Centar🌟
Barnoota siiraa hadisa rasuula saw hayatuulsahaba Akkasuma barnoota Aqidaa As irraa ni Argatan
Yaddaa fi Komii yoo qabatan
👉 @Firomsa1442 asiin
nu qunamuu ni dandeessan

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Forward from: Jamatul Towhid dargagoo muslim
★yaadachiisa
Gaaffii fi deebiin har'a galgalaa sa'aatii 1:00tti ni jira.n
√Namni kamiiyyuu hirmaatuu dandeessu.

Gaaffii ykn yaada yoo qabaattan asiin gaafadhaa👇
@Asmorif_bot


Guyyaa Juma'aa tokko akka tasaa tahee imaamni masjidaa khuxbaarraa turraan Tiraafikni (Traffic Police) tokko ka'ee #MINBARA irra bahe.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

🎙Tiraafikichis Afaan hojii isaatin khuxbaa eegale.

☆ " Yaa ilmaan Namaa! Hayyama imaana keessanii
haaroymfadhaa!

☆ Qabattoo sodaa rabbii hidhadhaa !

☆ Saffisa Dilii dalaguu hir'isaa !

☆ Niyyaan teessan akka qulqulluu taate mirkaneeffadhaa !

☆ Matoora qalbii teessanii qulqulleeysaa !

☆ Mallatoolee Ifaa Qur'aanaa hordofaa !

☆ Karaa Diin gubbaa imala keessan godhaa !

☆ Fuul dura keessan iddoo sakata'insaa (Fittashaa) jabduutu jira. Namni waa balleesse dhufe adabbiin isaa ibidda jahannam
tahuutu mala. "

Jachuun Gorsa isaa xumuree bu'e ! #mayafb


Forward from: Firomsa Adam
Namni Muslima hin taane hundi ibidda seenaa?

Qophii: Ustaz Abdul Jabbaar Aliyi

Tun gaafii namni hedduun gaafatuufi haalaan barbaachiftu. Deebii armaan gaditti dubbifadhaa.


Forward from: Jamatul Towhid dargagoo muslim
Yaa RABBI!! Waan ati nurratti murteessite maaltu beekha ?

ILAAHII! Salphina addunyaaf aakiraa nu baasi.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
(...وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌ مَّاذَا تَكۡسِبُ غَدًاۖ وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌۢ بِأَىِّ أَرۡضٍ تَمُوتُۚ.....) Luqman 34
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
*Lubbuun takkalleen, waan boru dalaydu waan gaari'imoo,waan hamtu'uu hin beytu, kan san beekhu rabbi qofa kan nama tokko hin beysisin.

*Lubbuun takkalleen dachii itti duutu, hin beytu, kan san beeku rabbii tokkicha,
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ @Saalawata_busaa


Yaa RABBI!! Waan ati nurratti murteessite maaltu beekha ?

ILAAHII! Salphina addunyaaf aakiraa nu baasi.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
(...وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌ مَّاذَا تَكۡسِبُ غَدًاۖ وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌۢ بِأَىِّ أَرۡضٍ تَمُوتُۚ.....) Luqman 34
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
*Lubbuun takkalleen, waan boru dalaydu waan gaari'imoo,waan hamtu'uu hin beytu, kan san beekhu rabbi qofa kan nama tokko hin beysisin.

*Lubbuun takkalleen dachii itti duutu, hin beytu, kan san beeku rabbii tokkicha,
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩


☞ ተውሂድ ማለት በቋንቋ አንድን ነገር ብቸኛ ማድረግና መነጠል ሲሆን ሃይማኖታዊ ትርጉሙ ደግሞ አላህን በሶስቱ የተውሂድ አይነቶች ማለትም፡-

Tawhiida jechuun akka lugaa Afaan arabiitti jecha ‘wahhada’ jedhamu irraa fudhatame. Wahhadaa jechuun tokkochoomse ykn tokko taasise jechuu dha.

ተውሂድን በቀላሉ በ 𝑵𝖚𝖚𝖗𝖆𝖑 𝓲𝖘𝖑𝖆𝖒

Tawhiidaa karaa salphan 👁Jamatul Towhid dargagoo muslim irratii.......................

@Saalawata_busaa


Assalaamu aleykum warhmatullahi wabarakaatuhu
🍫🍫🍫🍫🍫🍫🍫🍫🍫🍫🍫

Islaamummaan maal narraa barbaada???

Islaamuummaan maali???

Islaamummaaf maal gochuun qaba???

Ani hangam takka diinii koof jecha of qopheyseen jira???? @Nural_Jannaha @Nural_Jannaha


╔╦╦╦═╦╗╔═╦═╦══╦═╗
║║║║╩╣╚╣═╣║║║║║╩╣
╚══╩═╩═╩═╩═╩╩╩╩═╝
👉The Best Channel On
Telegram ‼️

┏━━━━━━━━┓
🌷Seenaa Muslimoota Itoophiyaa. 🌹
┗━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━┓
🌹Seenaa Najjaashii🌹
┗━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━┓
🌹 Seenaa Imaamu Ahmad 🌹
┗━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━┓
🌹 Walaloowwan 🌹
┗━━━━━━━━━┛


┏━━━━━━━━━━━┓
🌹 Odeeffannoo 🌹
┗━━━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━┓
🌹 Jechoota Hayyootaa 🌹
┗━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━━┓
🎁 Gaaffii fi deebii 🎁 🎁
┗━━━━━━━━━━┛
🌹.join
Yaddaa yoo qabatan asiin nuu qunama 👉@Asmorif_bot

Channel keenya join godhaa
🍃🍃🍃🍃
@AniMuslima
@AniMuslima
🍃🍃🍃🍃
@Ahkalaq_gaarii
@Ahkalaq_gaarii
🍃🍃🍃🍃🍃
@Saalawata_busaa
@Saalawata_busaa
🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂


Forward from: Jamatul Towhid dargagoo muslim
Firomsa Adam
Please tell us what you think about Telegram's preview for the URL:
telegra.ph/AL-RISALA-TUBE-03-01-3 @Saalawata_busaa @Saalawata_busaa


Forward from: Sano - Haji
◽Beeksisa chaanaalotaa torbaanitti yeroo lama isin bira gahuudha. Akka isinii beeksifnuu fi waliin hajjannuuf asiin @SanoHaji nu qunnamaa. Kanneen asii gadii itti dhihaadhaa, fayyadamaa ta'aa! 👇👇👇#J_O_I_N!
.
@SanoHaji7
.
@barnotais
.
@Deenstars
.
@Fazakkir
.
@Kamela8462
.
@dureeMuktaar
.
@Almiftah_Tube
.
@HadithOfficial
.
👉👉@Afaanarab
.
@GaaddisaTokkummaaIslaamaa


Forward from: زاد الآخرة
🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸
🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸
(((((((((AS WR WB))))))))

✍ Akkam jirtan nagayaa ?
Harra ammoo oduu gammachiisaadhaan isiniif dhufnee jirra. Channels bebbeekamoo barnoota gaggaarii ittiin arggattan qabannee akka armaan gadiitti isiniif dhiheessinee jirra Kan feetan filadhaa yaada keessan @Almiftahtubebot Kan jedhuun nuqaqqabsiisa.



Firomsa Adam
Qura'aana qara'aa qura'aanni guyyaa qiyaamaa manguddummaa Rabbi biratti namaaf dhaabbataa"
ja'an Nabi Muhammad ﷺ

(muslimii Odeesse )

@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️


🌷 Ni beeytaa ?🌷

👉 Nabiyyiin haga ammaa hin du'in nabiyallah Issaa(A.S) Akka tahe.
👉 Nabiyyiin yeroo jalqabaatiif habaleedhaan lole Nabiyyallah Ibraahim(A.S) akka tahe.
👉 Osoo dachii fi samiin hin uumanin bishaan akka Arshii ba'achuu ture.
👉 Masjiidni kuufaa masjiida Imam Aliyyi ibnu abi xaalib(R.A) kheeysatti shahiide tahuu.
👉 Nabiyyiin ruhiin isaa samii kheysatti irraa fuudhamte nabiyallaah Idris(A.S) akka tahe.

👉 Suuratul Sajadaa yeroo qaraatu sheeyxanni akka booyu ni beytaa?
👉 Umaan yeroo jalqabaatiif ka'baan xawaafte Malaykaa tahuu ni beytaa?
👉 Daa'iin islamaa khan jalqabaa Mus'ab binu umeyrii (R.A) tahuu ni beytaa?
👉 Namni yeroo jalqabaatiif dabtara/galmee mootummaaf hojjate nabiyallah Yusuf(A.S) tahuu ni beytaa?
👉 Afran gadameysaan dubartii hin ba'atin ni beytaa?
1) Nabiyallaah Adam(A.S).
2) Haawa
3) Hoolaa fidaa Nabiyallaah Ismaa'il(A.S) tahe.
4) Gaala Nabiyallaah Saalih(A.S).
👉 Malaykaan yeroo jalqabaatiif -SUBHANA RABBIYAL A'ALAA- ja'e Israafil(A.S) tahuu ni beytaa?
👉 Namni yeroo jalqbaatiif qalamaan barreysee, jihaadas godhe nabiyallaah Idriis(A.S) tahuu ni beytaa?
👉 Namni jummataan,  -JUMMATA- ja'ee moggaase ka'ab binu lu'yii tahuu ni beytaa?
👉 Nama du'aa'ii obboleysaatiin nabiyyii tahe Nabiyallaah Haruun(A.S) akka tahe ni beytaa?
👉 Saahibticha du'a isaatiif arshiin sossoote -SA'AD IBNU MU'AAZ- tahuu ni beytaa?

👉 Ati nama barreeyfama khana dubbisee fixe tahuu if beeytaa? 😂


👉JOIN US👇👇
@Ahkalaq_gaarii


Forward from: AHKALAQ-GARII
: 🌿Wantoota gurguddoo 7 kan rabbiin Ilamaan namaa irraa jaallatu.

🌹1.Tawbaa...(Gara Rabbii deebi'uu)
🌹2.Xahaara....(Qulqullina)
🌹3.Taqwaa...(Sodaa Rabbii)
🌹4.Ihsaan...(Gaarummaa)
🌹5.Tawakkul...(Rabbitti Irkatuu
🌹6.Adl.....(Qixxummaa)
🌹7.Sabr...(Obsa)


Channel kana join godhaa
👇👇👇
•┈┈• ❀ 🍃🌸🍃 ❀ •┈┈•
@Ahkalaq_gaarii
@Ahkalaq_gaarii
@Ahkalaq_gaarii
•┈┈• ❀ 🍃🌸🍃 ❀ •┈┈•


Forward from: AHKALAQ-GARII
➛Bu'aa #Share(👇👇)gatuun qabdu beektuu laata❓

🖋قال الشيخ ابن عثيمين -رحمه الله-:
Ibnu_Useymiin(Rahimahullaah) akkana jedhan;

«كلما سمحت الفرصة لنشر السنة فانشرها .. يكن لك أجرها وأجر من عمل بها إلى يوم القيامة».

"Yeroo kamuu carraa sunnaa Rasuulaa(SAW) #facaasuu(Share) gochuu argannaan share gochuu irraa uf duuba hin jedhin,mindaa share gochuu fi mindaa nama itti dalagees hanga guyyaa qiyaamaatti ni argatta waan ta’eef"

Wanti kanaa olii maaltu jira?
•┈┈┈┈•✿❁✿•┈┈┈┈•


https://t.me/ @Ahkalaq_gaarii


Forward from: HADIISA RASUI
🌿Wantoota gurguddoo 7 kan rabbiin Ilamaan namaa irraa jaallatu.

🌹1.Tawbaa...(Gara Rabbii deebi'uu)
🌹2.Xahaara....(Qulqullina)
🌹3.Taqwaa...(Sodaa Rabbii)
🌹4.Ihsaan...(Gaarummaa)
🌹5.Tawakkul...(Rabbitti Irkatuu
🌹6.Adl.....(Qixxummaa)
🌹7.Sabr...(Obsa)

•┈┈• ❀ 🍃🌸🍃 ❀ •┈┈•
T.me/hidaayaa_Tube
•┈┈• ❀ 🍃🌸🍃 ❀ •┈┈•






Forward from: Dursa Mohammed
Nashiidaa Harawa 2020 Dursa Mohammed /Zikrii Rabbii


Forward from: Dursa Mohammed
Assalaamualaykum warahmatullaahi wabarakaatu Yaa obboleyyan Rabbii akkam jirtuu
Issiin Hundaan bana kan nabbii hordoftuu
Nagayaaf rahmaani irraa haa jiratuu
Mee ergamaa Rabbii enyuu kan jaalatuu

Lubbuun too aliin too fidaa kee haa taatuu

Kan Rabbiin filatee
Addunyaaf ergatee
Yaa ergamaa rahmataa
Hin fedhuu tuqaa tee
Kan araa sii hordofee
Karaa kee qabatee
Milkii biyya lamaa
Isatu argatee
Hin beekuu gariin nama
Waan atii tatee
Tanaaf sii tuttuqaa
Warra qalbiin Onnetee

20 last posts shown.

110

subscribers
Channel statistics