AHKALAQ-GARII


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


AKLAAQNI GAARIIN JANNATAAF SABABA
....... ╔╦╦═╦═╔╦═╦═╦═╗....…
║ ⭐@Ahkalaq_gaarii 🌟║
💡💡 •°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°💡💡
💡●As gubbatti inshaa'allaah●💡
💡●Da'awaalee fi ergaawwan miidiyaalee
Islaamaa issin biran genya.
📩Yaadaaf⤵️

Связанные каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Репост из: Jamatul Towhid dargagoo muslim
★yaadachiisa
Gaaffii fi deebiin har'a galgalaa sa'aatii 1:00tti ni jira.n
√Namni kamiiyyuu hirmaatuu dandeessu.

Gaaffii ykn yaada yoo qabaattan asiin gaafadhaa👇
@Asmorif_bot


#Jannatni koomee haadhaa jala jirti.

#Haati hikkaa jiruuti.
#Gaaddisa rakkooti.
#Ifaa dukkanaati.
#Riqicha jannataati.
#Madaala jaalala dhugaati.
#Balbala milkiiti.
#kennaa rabbii guddichaati.

• Qaqqabaan isiin mata si qaqqabduutu cinqii fi hiraar
addunyaa tanaa si dagachiise onnetti gammachuu safara.

• Haati waan ati barbaaddu siif godhuu baattuus , waan
qabdu hunda siif godhuuf osoo lubbuu sitti hin qusatin namni siif arjoomuf qophii tahu an haadha malee hin beeku.

• Waa'ee haadhaa dubbachuuf arrabaatu hudhama , Onneetu
dhaabbata , sammuutu dhiphata , Jachootaatu ba'aa dadhabee gitintira.

• Hin dagamin, barakadhuun haadhaa tokkichi waan kumaatamaan tilmaamamuu miti.

• Isaan bira teessee hin gaddin, gaddi kee isaan irra miidha.

• isaanitti tola ooli, yeroo mara du'aa'iin yaadadhu.

• Rabbiin haawwota keenya kan jiran Umrii haa dheereessu ; kan gara ganda aakiraa deemaniif rahmata haa godhuuf.


Guyyaa Juma'aa tokko akka tasaa tahee imaamni masjidaa khuxbaarraa turraan Tiraafikni (Traffic Police) tokko ka'ee #MINBARA irra bahe.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

🎙Tiraafikichis Afaan hojii isaatin khuxbaa eegale.

☆ " Yaa ilmaan Namaa! Hayyama imaana keessanii
haaroymfadhaa!

☆ Qabattoo sodaa rabbii hidhadhaa !

☆ Saffisa Dilii dalaguu hir'isaa !

☆ Niyyaan teessan akka qulqulluu taate mirkaneeffadhaa !

☆ Matoora qalbii teessanii qulqulleeysaa !

☆ Mallatoolee Ifaa Qur'aanaa hordofaa !

☆ Karaa Diin gubbaa imala keessan godhaa !

☆ Fuul dura keessan iddoo sakata'insaa (Fittashaa) jabduutu jira. Namni waa balleesse dhufe adabbiin isaa ibidda jahannam
tahuutu mala. "

Jachuun Gorsa isaa xumuree bu'e ! #mayafb


Репост из: Nuuralhudaa
Hanqinna (eybii) namaa hordofuun dhoorka!

Ergamaan Rabbii (s.a.w) akkana jechun gorsa dabarsaniiru :

“Isin Yaa warroota arraba keessaniin amantanii fi iimaanni onnee keessanitti gadi hin seenne hoo! Muslimoota hin hamatinaa. Hanqinna (eybii) isaaniis hin hordofinaa. Isaannan(warra) hanqinna (eybii) hordofan Rabbiin hanqinna isaanii ni hordofa. Warreen hanqinna isaanii Rabbiin hordofe immoo mana isaaniittiyyuu yoo ta'an isaan saaxila.”
(Abuu Daawuudi gabaase)


Репост из: Firomsa Adam
Namni Muslima hin taane hundi ibidda seenaa?

Qophii: Ustaz Abdul Jabbaar Aliyi

Tun gaafii namni hedduun gaafatuufi haalaan barbaachiftu. Deebii armaan gaditti dubbifadhaa.


Репост из: Jamatul Towhid dargagoo muslim
Yaa RABBI!! Waan ati nurratti murteessite maaltu beekha ?

ILAAHII! Salphina addunyaaf aakiraa nu baasi.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
(...وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌ مَّاذَا تَكۡسِبُ غَدًاۖ وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌۢ بِأَىِّ أَرۡضٍ تَمُوتُۚ.....) Luqman 34
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
*Lubbuun takkalleen, waan boru dalaydu waan gaari'imoo,waan hamtu'uu hin beytu, kan san beekhu rabbi qofa kan nama tokko hin beysisin.

*Lubbuun takkalleen dachii itti duutu, hin beytu, kan san beeku rabbii tokkicha,
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ @Saalawata_busaa


Yaa RABBI!! Waan ati nurratti murteessite maaltu beekha ?

ILAAHII! Salphina addunyaaf aakiraa nu baasi.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
(...وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌ مَّاذَا تَكۡسِبُ غَدًاۖ وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌۢ بِأَىِّ أَرۡضٍ تَمُوتُۚ.....) Luqman 34
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
*Lubbuun takkalleen, waan boru dalaydu waan gaari'imoo,waan hamtu'uu hin beytu, kan san beekhu rabbi qofa kan nama tokko hin beysisin.

*Lubbuun takkalleen dachii itti duutu, hin beytu, kan san beeku rabbii tokkicha,
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩


:::::⊱
Aklaaqa Rasuulaaﷺ Qabaachuu ykn Horachuu
⊰::::::::::::::::::::::::⊰✯⊱:::::::::::::::::::::::::::::::⊱
Akkamitti yoo jette
⊰::::::::::::::::::::::::⊰✯⊱:::::::::::::::::::::::::::::::⊱
➠Duree,
➠imaama,
➠hoogganaafi
➠karaa laallatanii deeman
💡Qur'aana💡 godhachuudhaani.
⊰::::::::::::::::::::::::⊰✯⊱:::::::::::::::::::::::::::::::⊱
➠Rasuularratti Rahmata buusuudhaan waan
👇asii gadii kana👇
👇 tuqii Seeni 👇
⊰::::::::::::::::::::::::⊰✯⊱:::::::::::::::::::::::::::::::⊱


☞ ተውሂድ ማለት በቋንቋ አንድን ነገር ብቸኛ ማድረግና መነጠል ሲሆን ሃይማኖታዊ ትርጉሙ ደግሞ አላህን በሶስቱ የተውሂድ አይነቶች ማለትም፡-

Tawhiida jechuun akka lugaa Afaan arabiitti jecha ‘wahhada’ jedhamu irraa fudhatame. Wahhadaa jechuun tokkochoomse ykn tokko taasise jechuu dha.

ተውሂድን በቀላሉ በ 𝑵𝖚𝖚𝖗𝖆𝖑 𝓲𝖘𝖑𝖆𝖒

Tawhiidaa karaa salphan 👁Jamatul Towhid dargagoo muslim irratii.......................

@Saalawata_busaa


╔╦╦╦═╦╗╔═╦═╦══╦═╗
║║║║╩╣╚╣═╣║║║║║╩╣
╚══╩═╩═╩═╩═╩╩╩╩═╝
👉The Best Channel On
Telegram ‼️

┏━━━━━━━━┓
🌷Seenaa Muslimoota Itoophiyaa. 🌹
┗━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━┓
🌹Seenaa Najjaashii🌹
┗━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━┓
🌹 Seenaa Imaamu Ahmad 🌹
┗━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━┓
🌹 Walaloowwan 🌹
┗━━━━━━━━━┛


┏━━━━━━━━━━━┓
🌹 Odeeffannoo 🌹
┗━━━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━┓
🌹 Jechoota Hayyootaa 🌹
┗━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━━┓
🎁 Gaaffii fi deebii 🎁 🎁
┗━━━━━━━━━━┛
🌹.join
Yaddaa yoo qabatan asiin nuu qunama 👉@Asmorif_bot

Channel keenya join godhaa
🍃🍃🍃🍃
@AniMuslima
@AniMuslima
🍃🍃🍃🍃
@Ahkalaq_gaarii
@Ahkalaq_gaarii
🍃🍃🍃🍃🍃
@Saalawata_busaa
@Saalawata_busaa
🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂


Репост из: Jamatul Towhid dargagoo muslim
Firomsa Adam
Please tell us what you think about Telegram's preview for the URL:
telegra.ph/AL-RISALA-TUBE-03-01-3 @Saalawata_busaa @Saalawata_busaa


Репост из: Sano - Haji
◽Beeksisa chaanaalotaa torbaanitti yeroo lama isin bira gahuudha. Akka isinii beeksifnuu fi waliin hajjannuuf asiin @SanoHaji nu qunnamaa. Kanneen asii gadii itti dhihaadhaa, fayyadamaa ta'aa! 👇👇👇#J_O_I_N!
.
@SanoHaji7
.
@barnotais
.
@Deenstars
.
@Fazakkir
.
@Kamela8462
.
@dureeMuktaar
.
@Almiftah_Tube
.
@HadithOfficial
.
👉👉@Afaanarab
.
@GaaddisaTokkummaaIslaamaa


Репост из: زاد الآخرة
🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸
🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸
(((((((((AS WR WB))))))))

✍ Akkam jirtan nagayaa ?
Harra ammoo oduu gammachiisaadhaan isiniif dhufnee jirra. Channels bebbeekamoo barnoota gaggaarii ittiin arggattan qabannee akka armaan gadiitti isiniif dhiheessinee jirra Kan feetan filadhaa yaada keessan @Almiftahtubebot Kan jedhuun nuqaqqabsiisa.



Firomsa Adam
Qura'aana qara'aa qura'aanni guyyaa qiyaamaa manguddummaa Rabbi biratti namaaf dhaabbataa"
ja'an Nabi Muhammad ﷺ

(muslimii Odeesse )

@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️


📜 Sunnaawwan jaallatamoo guyyaa jum'aa...15

⌛⌛⌛⌛⌛⌛⌛⌛
➊➾Jalqaba rabbumaaf jecha jum'a kana dhaqa jedhanii niyachuu.
➋➾Qaama dhiqachuu.

➌➾ uffata bareeda uffatuu 👖

➍➾Shittoo/urgooftuu dibachuu{dhiiraaf}⚱

➎➾ilkaan siwaakachuu.
➏➾Gara masjidaa yeroodhaan deemuu.
➐➾saffaawwan duraa qabachuu. Garuu nama irraan tarkanfachuufi nama cinquun hin ta'u.
➑➾raka'a lamaa tahiyyaa masjida salaatuu.

⑨➾suuratul kahfiin qara'uu.
①0➾ fuulaan gara imaamaa garagaluu.
①①➾kuxbaa callisaan dhaggeeffachuu.
①②➾Yeroo du'aa'iin itti qeebalmtu sana niyyaan eegachuu.
①③➾ salawaata nabiin irratti baay'essu guyyaaf halkanis.
①④➾ibaadaawwan akka sadaqaa,salaata sunnaa,zikrii,wal ziyaaruu, qur'aana qara'uu baay'isuu fi k.k.f.
①⑤➾salaanni jum'aa erga xumuuramee booda rabbiin zakkara gara dalagaa.

#⃣ rabbiin hundaa walitti nuu haa qabu

@Islam_firstchannel

🕋የጁሙዐ ቀን ሱናዎች🕌

1-ነቢዩ(صلى الله عليه وسلم)ላይ ሶለዋት ማውረድን ማብዛት

2- 📖 ሱረቱ–ከህፍን መቅራት

3-🚿 ሸዋር መውሰድ

4-👚 ካለው ሻል ያለውን ልብስ መልበስ

5-🦷ሚስዋክ መጠቀም(ጥርስን መፋቅ)

6-🌹 ሽቶ መቀባት

7-🌅 ወደ መስጂድ አበክሮ መሄድ

8- ወደ መስጅድ በግር መሄድ

9-📿 ከጁሙዐ ሶላት ቡሃላ 4 ረከዓ(2+2) መስገድ

10- ዱዓ ተቀባይነት ያላትን ሰዓት መጠባበቅ


🌷 Ni beeytaa ?🌷

👉 Nabiyyiin haga ammaa hin du'in nabiyallah Issaa(A.S) Akka tahe.
👉 Nabiyyiin yeroo jalqabaatiif habaleedhaan lole Nabiyyallah Ibraahim(A.S) akka tahe.
👉 Osoo dachii fi samiin hin uumanin bishaan akka Arshii ba'achuu ture.
👉 Masjiidni kuufaa masjiida Imam Aliyyi ibnu abi xaalib(R.A) kheeysatti shahiide tahuu.
👉 Nabiyyiin ruhiin isaa samii kheysatti irraa fuudhamte nabiyallaah Idris(A.S) akka tahe.

👉 Suuratul Sajadaa yeroo qaraatu sheeyxanni akka booyu ni beytaa?
👉 Umaan yeroo jalqabaatiif ka'baan xawaafte Malaykaa tahuu ni beytaa?
👉 Daa'iin islamaa khan jalqabaa Mus'ab binu umeyrii (R.A) tahuu ni beytaa?
👉 Namni yeroo jalqabaatiif dabtara/galmee mootummaaf hojjate nabiyallah Yusuf(A.S) tahuu ni beytaa?
👉 Afran gadameysaan dubartii hin ba'atin ni beytaa?
1) Nabiyallaah Adam(A.S).
2) Haawa
3) Hoolaa fidaa Nabiyallaah Ismaa'il(A.S) tahe.
4) Gaala Nabiyallaah Saalih(A.S).
👉 Malaykaan yeroo jalqabaatiif -SUBHANA RABBIYAL A'ALAA- ja'e Israafil(A.S) tahuu ni beytaa?
👉 Namni yeroo jalqbaatiif qalamaan barreysee, jihaadas godhe nabiyallaah Idriis(A.S) tahuu ni beytaa?
👉 Namni jummataan,  -JUMMATA- ja'ee moggaase ka'ab binu lu'yii tahuu ni beytaa?
👉 Nama du'aa'ii obboleysaatiin nabiyyii tahe Nabiyallaah Haruun(A.S) akka tahe ni beytaa?
👉 Saahibticha du'a isaatiif arshiin sossoote -SA'AD IBNU MU'AAZ- tahuu ni beytaa?

👉 Ati nama barreeyfama khana dubbisee fixe tahuu if beeytaa? 😂


👉JOIN US👇👇
@


Репост из: Bilal Mesjid Youth Jemea《Dera》
💎An Wareega siif haa ta'u!💎
´´´´´´´´´´´´´´´´´°
`````
Yaa irra Caalaa Uumamaa
fuula dachee Aalamaa
Saahiba Wahyii Samaa
Barsiisaa Islaamaa
Abbaa Mu'jizaa kumaa•••

Doofummaa Jaahiliyyaa-
Dukkana Cillimii halkanii
baanee argine guyyaa
Sababa keetini...

Muslimaafi Kaafiraaf
Rahmata taate maraaf
Warra Sammuu hin qabne
Summiiwwan dadhabne


Waanyummaan hammeessitee-
Warra si cinqan kalee
Maal itti balleessite-
Tolatti ooluu malee...

Har'allee kunoo jiru-
Dhaaltonni Abu Jahlii
Maqaa balleessaa tirtiru-
Kaliila Rabbii fi ahlii...

Aduwwiin Rabbiin jallise-
Kijibaan maqaa si tuqu,
Anumti Si dursee-
mataan koo haa buruqu!

Hanga Diinni Arrabaan
Maqaa hin taanen si dha'u
Aayyon tiyyaa fi Aabban...
an Wareega Siif haa ta'u!!!


#we_love_mohammad_ﷺ_challenge

@Islam_firstchannel






Репост из: Bilal Mesjid Youth Jemea《Dera》
🌴 Ergamaan Rabbii S.A.W Ummanni kiyya hunduu jannata seena nama koottuu seeni jennaann na dide malee jedhaniin Sahaabota isaaniitti dhiyeessinaan Sahaaboonni isaanii ammoo sila namni koottuu koottuu jannata seenii jennaan didu ni jiraa yaa Ergamaa Rabbii jedhanii gaafii dhiyeessaniif Ergamaan hin jedheen Ehee ni jira jedhan.

Namni anaan bule jannata seena namni ana dide ammoo ibidda seena jedhaniin.
{Bukaari fi Muslim}

Yaa Rabbi Nama Faana Ergamaa Keetii jala deemu nu taasisi

👇👇👇
@Islam_firstchannel

Показано 20 последних публикаций.

18

подписчиков
Статистика канала