FIROMSA Official


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


@ Firomsa Official
👉barnoota sirraa rasuula [saw]
👉barnoota Aqiida akkasuma gorsaa babareeda as irraa argatan
📩Yaadaaf⤵️ @Firomsa1442

Связанные каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Репост из: Jamatul Towhid dargagoo muslim
★yaadachiisa
Gaaffii fi deebiin har'a galgalaa sa'aatii 1:00tti ni jira.n
√Namni kamiiyyuu hirmaatuu dandeessu.

Gaaffii ykn yaada yoo qabaattan asiin gaafadhaa👇
@Asmorif_bot


🌐 Qaallicha beekumsa waan fuldura dhufu ( ﻋﻠﻢ ﺍﻟﻐﻴﺐ ) niin beeka ja'uutu IMAAMU ALBAANIIN wal qunnaman.
.
🎙IMAAM ALBAANI :Eega beekkumsa waan fuldura tahuu deemuu qabaatte mee gaafi takkaan si gaafadhaa ja'een.
.
🎙Qaallicha:- ininnis Ee na gaafadhu ja'een.

🎙IMAAM ALBAANI :- Waanin si gaafachuu deemuhu ka hin beeyne duuba ilmii ghaybii (Beekkumsa waan ful dura tahuu deemuu)ka maalii niin beeka jattaa ja'een


# Osoon akkas tahee silaa akkana hin tahu.

osoo akkas tahuu baadhee silaa wahiin akkana tahaa?

#Osoon meeshaa sheeyxaanni namattiin waswaasu irraahi.

Cinaacha kee jabaa beekii tikfadhu, cinaacha kee dadhabaa bekii irraa qulqullaawuuf tattaafadhu.

Sahaabaa beekkamaa #Abuu_hureeyraa rabbiin irraa haa jaalatuu isaan irraa odeeffamee #Nabiyyiin_rabbi SAW akkana jadhan: "Mu'umina jabaatu laafaa caala rabbi birattiis irra jaalatama,Mu'umina cufa keessa keeyriin ni jira, Waan si fayyadu itti bololi Rabbiin gargaarsifadhu hin dadhabin, yoo wanni ati hin jaalanne siqunnamte akkana hin jadhin: odoon akkas dalaguu baadhee wahi akkas tahaa osoon akkana dalagee silaa akkana taha, murtii rabbiiti rabbiin waan fedhe dalaga jadhi osoo jachuun hujii sheexaanaati".

﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
Hadiisa kana imaamu muslimtu gabaase.


Guyyaa Juma'aa tokko akka tasaa tahee imaamni masjidaa khuxbaarraa turraan Tiraafikni (Traffic Police) tokko ka'ee #MINBARA irra bahe.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

🎙Tiraafikichis Afaan hojii isaatin khuxbaa eegale.

☆ " Yaa ilmaan Namaa! Hayyama imaana keessanii
haaroymfadhaa!

☆ Qabattoo sodaa rabbii hidhadhaa !

☆ Saffisa Dilii dalaguu hir'isaa !

☆ Niyyaan teessan akka qulqulluu taate mirkaneeffadhaa !

☆ Matoora qalbii teessanii qulqulleeysaa !

☆ Mallatoolee Ifaa Qur'aanaa hordofaa !

☆ Karaa Diin gubbaa imala keessan godhaa !

☆ Fuul dura keessan iddoo sakata'insaa (Fittashaa) jabduutu jira. Namni waa balleesse dhufe adabbiin isaa ibidda jahannam
tahuutu mala. "

Jachuun Gorsa isaa xumuree bu'e ! #mayafb


Hayyee obbolleeyyaan Islama innshallah sagantan teenyaa tan SIIRAA #RASUULA [ s a w ] jatuu yeroo gabbabduu bodaa ni egalaa Channel kana sahibotan keeysaaniif share godhaa






Репост из: Nuuralhudaa
Hanqinna (eybii) namaa hordofuun dhoorka!

Ergamaan Rabbii (s.a.w) akkana jechun gorsa dabarsaniiru :

“Isin Yaa warroota arraba keessaniin amantanii fi iimaanni onnee keessanitti gadi hin seenne hoo! Muslimoota hin hamatinaa. Hanqinna (eybii) isaaniis hin hordofinaa. Isaannan(warra) hanqinna (eybii) hordofan Rabbiin hanqinna isaanii ni hordofa. Warreen hanqinna isaanii Rabbiin hordofe immoo mana isaaniittiyyuu yoo ta'an isaan saaxila.”
(Abuu Daawuudi gabaase)


Репост из: Firomsa Adam
Namni Muslima hin taane hundi ibidda seenaa?

Qophii: Ustaz Abdul Jabbaar Aliyi

Tun gaafii namni hedduun gaafatuufi haalaan barbaachiftu. Deebii armaan gaditti dubbifadhaa.


Репост из: Jamatul Towhid dargagoo muslim
Yaa RABBI!! Waan ati nurratti murteessite maaltu beekha ?

ILAAHII! Salphina addunyaaf aakiraa nu baasi.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
(...وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌ مَّاذَا تَكۡسِبُ غَدًاۖ وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌۢ بِأَىِّ أَرۡضٍ تَمُوتُۚ.....) Luqman 34
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
*Lubbuun takkalleen, waan boru dalaydu waan gaari'imoo,waan hamtu'uu hin beytu, kan san beekhu rabbi qofa kan nama tokko hin beysisin.

*Lubbuun takkalleen dachii itti duutu, hin beytu, kan san beeku rabbii tokkicha,
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ @Saalawata_busaa


Yaa RABBI!! Waan ati nurratti murteessite maaltu beekha ?

ILAAHII! Salphina addunyaaf aakiraa nu baasi.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
(...وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌ مَّاذَا تَكۡسِبُ غَدًاۖ وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌۢ بِأَىِّ أَرۡضٍ تَمُوتُۚ.....) Luqman 34
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
*Lubbuun takkalleen, waan boru dalaydu waan gaari'imoo,waan hamtu'uu hin beytu, kan san beekhu rabbi qofa kan nama tokko hin beysisin.

*Lubbuun takkalleen dachii itti duutu, hin beytu, kan san beeku rabbii tokkicha,
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩


💌 Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatu jaalalloowwan koo hundi nagaafii rahmanni rabbii isiniif hajiraatuu jechaa waamicha ykn gahee amantaan koo islaamummaan narraa qabu isiniin gahuun barbaada innis waamicha gara barnootawwan dursuu qaban kan akkaan barbaachiisoo tahan kan isiin maletti amantaan keenyaa fi dalgaan amantaa keenyaa dhaabbachuu ykn qeebalamuu indandeenye barnoonni sunis maali yoo jettan kunoo kanneen gadii kana ⤵️ 👇

➡️ Barnoota Toohidaa

➡️ Barnoota Aqiidaa

➡️ Barnoota waa'ee iimaana

➡️ Barnoota Seenaa/siiraa

Kuno 👉 @Asmorif_bot
👇👇👇
Obboloowwani fi obboleettin koo hundi akka gama barnoota kanaa dhuftanii barattan hiriyoottan keessanis garas affeeruun ykn ergaa keenya kana shear forward gochuun Gahee amantaan keessan isinirraa qabu bahadhaa isiniin jenna

⤵️ kan gadii kana tuqaa👇

@AniMuslima
🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃
@BarnootaSiiraa
🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃
@SIIRAATUL_RASUULI
🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃
🍂[S A W]🍂
🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃
@Nural_Jannaha
🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃
@HAAYATUL_SAHABA


╔╦╦╦═╦╗╔═╦═╦══╦═╗
║║║║╩╣╚╣═╣║║║║║╩╣
╚══╩═╩═╩═╩═╩╩╩╩═╝
👉The Best Channel On
Telegram ‼️

┏━━━━━━━━┓
🌷Seenaa Muslimoota Itoophiyaa. 🌹
┗━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━┓
🌹Seenaa Najjaashii🌹
┗━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━┓
🌹 Seenaa Imaamu Ahmad 🌹
┗━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━┓
🌹 Walaloowwan 🌹
┗━━━━━━━━━┛


┏━━━━━━━━━━━┓
🌹 Odeeffannoo 🌹
┗━━━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━┓
🌹 Jechoota Hayyootaa 🌹
┗━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━━┓
🎁 Gaaffii fi deebii 🎁 🎁
┗━━━━━━━━━━┛
🌹.join
Yaddaa yoo qabatan asiin nuu qunama 👉@Asmorif_bot

Channel keenya join godhaa
🍃🍃🍃🍃
@AniMuslima
@AniMuslima
🍃🍃🍃🍃
@Ahkalaq_gaarii
@Ahkalaq_gaarii
🍃🍃🍃🍃🍃
@Saalawata_busaa
@Saalawata_busaa
🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂


Репост из: Jamatul Towhid dargagoo muslim
Firomsa Adam
Please tell us what you think about Telegram's preview for the URL:
telegra.ph/AL-RISALA-TUBE-03-01-3 @Saalawata_busaa @Saalawata_busaa


Репост из: Sano - Haji
◽Beeksisa chaanaalotaa torbaanitti yeroo lama isin bira gahuudha. Akka isinii beeksifnuu fi waliin hajjannuuf asiin @SanoHaji nu qunnamaa. Kanneen asii gadii itti dhihaadhaa, fayyadamaa ta'aa! 👇👇👇#J_O_I_N!
.
@SanoHaji7
.
@barnotais
.
@Deenstars
.
@Fazakkir
.
@Kamela8462
.
@dureeMuktaar
.
@Almiftah_Tube
.
@HadithOfficial
.
👉👉@Afaanarab
.
@GaaddisaTokkummaaIslaamaa


Репост из: زاد الآخرة
🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸
🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸
(((((((((AS WR WB))))))))

✍ Akkam jirtan nagayaa ?
Harra ammoo oduu gammachiisaadhaan isiniif dhufnee jirra. Channels bebbeekamoo barnoota gaggaarii ittiin arggattan qabannee akka armaan gadiitti isiniif dhiheessinee jirra Kan feetan filadhaa yaada keessan @Almiftahtubebot Kan jedhuun nuqaqqabsiisa.







Firomsa Adam
Qura'aana qara'aa qura'aanni guyyaa qiyaamaa manguddummaa Rabbi biratti namaaf dhaabbataa"
ja'an Nabi Muhammad ﷺ

(muslimii Odeesse )

@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️
@Saalawata_busaa❤️



Показано 20 последних публикаций.

8

подписчиков
Статистика канала